Browsing Category
Biiznasii
Oromiyaatti hanga ammaatti lafti hektaarri miliyoonni 2.168 ol ta`u irratti Qamadiin Bonee…
Finfinnee, Mudde 8, 2018 (FMC) – Misooma qamadii waktii bonaa hojjetamaa jiruunis guutuu Oromiyaatti hanga ammaatti lafti hektaarri miliyoonni 2.168 ol ta`u faca'eeera.
Inisheetiviwwan…
Baankiin Biyyaalessaa bu’aa caalbaasii sharafa alaa ifoomse
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) - Baankiin Biyyaalessaa bu’aa caalbaasii sharafa alaa guyyaa har’a gaggeesse ifoomseera.
Baankiileen 13 adeemsa caalbaasichaarratti kan hirmaatan yoo ta’u,…
Godinichatti bara kana Buna Toonii kuma 74 gabaa giddugaleessaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Godina Iluu Abbaa Booritti bara kana Buna Toonii kuma 74 gabaa giddugaleessaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jira.
Buna qulqullina qabu oomishuun sharafa alaa…
Galii daldala alaa beelladootarraa argamu guddisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Mudde 6, 2018 (FMC) – Galii daldala alaa beelladootarraa argamu guddisuuf hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasahuun…
Inistiitiyuutii sirna faayinaansii amansiisaa ijaaruuf dandeessisu…
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC)- Sagantaan jalqabsiisa hojii Inistiitiyuutii Ogeeyyii Herregaa Itiyoophiyaa gaggeeffameera.
Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shidee wayita kana…
Waltajjiin muuxannoo wal jijjiirraa komishiiniin Waldaalee Hojii Gamtaa Itiyoophiyaa qopheesse…
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC)- Waltajjiin muuxannoo wal jijjiirraa komishiiniin Waldaalee Hojii Gamtaa Itiyoophiyaa qopheesse xumurameera.
Waltajjichi waldaaleen hojii gamtaa biyyatti…
Wagga waggaan daddabarsi maallaqa diijitaalaa Birrii tiriiliyoonni 18.5 ni raawwatama- Obbo…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Itiyoophiyaatti wagga waggaan daddabarsi maallaqaa diijitaalaa Birrii tiriiliyoonni 18.5 ni…
Baatiwwan arfan darban humna gabaa alaaf dhiyaaterra galiin Doolaarri miiliyoonni 46 ol argame
Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) – Baatiwwan arfan darban keessa humna Elektirikaa gabaa alaaf dhiyaaterra galiin Doolaarri miiliyoonni 46 ol argame jedhe Humni Elektirikaa Itiyoophiyaa.…
Itiyoophiyaa oomisha bunaan adda duree taasisuuf hojjetamaa jira – Abbaa Taayitichaa
Finfinnee, Sadaasa 26, 2018 (FMC)- Oomishtummaa bunaa guddisuun Itiyoophiyaa adda duree taasisuuf hojjetamaa jira jedhe Abbaan Taayitaa Bunaafi Shaayee.
Daayrektara Itti aanaafi Itti…
Dhiibbaa daldalli seeraan alaa galii biyyaa irratti fidu ittisuuf qindoominaan hojjetamaa jira…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2018 (FMC) - Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa sababa daldala seeraan alaan dhibbaa galii mootummaa irratti dhufu ittisuuf qindoominaan hojjechaan jira jedhe.…