Browsing Category
Biiznasii
Qonna damee hoortikaalcharii guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – Ministeericha
Finfinnee, Caamsaa 12, 2018 (FMC) –Qonna damee hoortikalcharii guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Qonnaa.
Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Addisuu Araggaan Godina…
Oromiyaatti biqiltuu Baala shaayii miiliyoona 100 fi miiliyoona 20 misoomsuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti bara kana biqiltuu Baala shaayii miiliyoona 100 fi miiliyoona 20 misoomsuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Qonnaa naannichaa.
Har’a…
Galiin Dolaara Biiliyoona 8.7 Daldala Alaa Irraa Argame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2018 (FMC) – Ministirri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasaahun Goofee, ji’ottan 10’n darbani keessatti daldala alaa irraa galiin dolaara biiliyoona…
Komishinichi baatiwwan kurnan darban keessa galii Birrii biiliyoona 600 ol walitti qabe
Finfinnee, Caamsaa 4, 2018(FMC) – Komishiniin Gumrukaa baatiwwan kurnan darban keessa galii Birrii biiliyoona 600 fi miiliyoona 200 ol walitti qabe jedhe.
Dhaabbatichi karoora qabate %…
Furmaatawwan dhiibbaa Idaa Afrikaa Doolaara Tiriiliyoona 1.3 qolachuu danda’u…
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Yaa’iin Moodeela bulchiinsa Idaa Afrikaa jijjiirurratti xiyyeeffate Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Dhiibbaa Idaa Afrikaa Doolaara…
Korporeeshiniin Manneen Federaalaa Sudaan Kibbaatti ijaarsa manneenii irratti bobba’uuf…
Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) - Korporeeshiniin Manneen Federaalaa waliigaltee damee ijaarsa manneenii Sudaan kibbaa irratti bobba'uuf isa dandeessisu mallatteesseera.
Magaalaa Juubaa…
Korporeeshiniin Manneen Federaalaa Sudaan Kibbaatti ijaarsa manneenii irratti bobba’uuf…
Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) - Korporeeshiniin Manneen Federaalaa waliigaltee damee ijaarsa manneenii Sudaan kibbaa irratti bobba'uuf isa dandeessisu mallatteesseera.
Magaalaa Juubaa…
Geejjibni Galaanaa fi Loojistiiksii galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 17 argate
Finfinnee, Ebla 24, 2018(FMC) – Geejjibni Galaanaa fi Loojistiiksii Itiyoophiyaa baatiwwan saglan darban keessa galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 17 argadhe jedhe.
Dhaabbatichi…
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa bu’aa Birrii biiliyoona 54.5 argate
Finfinnee, Ebla 24, 2018(FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa baatiwwan salgan darban keessaa bu’aa Birrii biiliyoona 54.5 argateera.
Baankichi gamaaggama raawwii hojii kurmaana 3ffaa…
Maallaqa yakka daddabarsa seeraan alaan samamuuf ture Birrii biiliyoona 48 baraaruun danda’ame
Finfinnee, Ebla 23, 2018 (FMC) – Maallaqa yakka daddabarsa seeraan alaa fi waliin dhahuun samamuuf ture Birrii biiliyoona 48 baraaruun danda’ame jedhe Tajaajilli Nageenya Faayinaansii.…