Browsing Category
Biiznasii
Galiin daldala Warqeerraa argamu hir’isaa waan jiruuf tarkaanfiin sirreeffamaa fudhatamaa…
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Sababa Daldala Seeraan Alaa fi Rakkoo Nageenyaan Galiin daldala Warqeerraa argamu hir’isaa waan jiruuf tarkaanfiin sirreeffamaa fudhatamaa jiraachuu Bulchaan…
Baankiin Awaash sagantaa ‘’qusadhaa badhaafamaa’’ maamiltootaa marsaa 10ffaa gaggeesse
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) –Baankiin Awaash sagantaa ‘’qusaadhaa badhaafama’’ maamiltootaa marsaa 10ffaan Abboottii carraa badhaase.
Baankichi marsaa 10ffaan namoota carraa ba’eef…
Sososchiin ‘’Ityoophiyaan Haa oomishtuu’’ Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) - Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Waltajjiin Sososchii’’ Ityoophiyaan Haa oomishtuu’’gaggeeffamaa jira.
Waltajjichaarratti Ministirri Ministeera…
Hangi Warqee Baankii Biyyaalessaa galuu hir’isuu ibsame
Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Baankiin Biyyaalessaa oomishtoota mala aadaan warqee oomishaniifi dhaabbata ooomisha Warqee Miidrook Laga Danbii irraa warqeen haalaan isa qaqqabaa kan hin…
Muddamni Qabeenya Addunyaa yoo hin tasgabboofne Afrikaan rakkoof saaxilamti – IMF
Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Falmiin Daldala Qabeenya Addunyaa Ameerikaa fi Chaayinaa gidduu jiru yoo hin tasgabboofne Afrikaan rakkoof kan saaxilamtu ta’uu Dhaabbanni Maallaqaa…
Sirreeffamni gatii gurgurtaa qinxaaboo boba’aa taasifame
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC)- Finfinneetti sirreeffamni gatii gurgurtaa qinxaaboo boba’aa taasifamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiisa Naannawaa Beeksise.
Gatiin gurgurtaa…
Magaalaa Hawaasaattii Agarsiifni Baazaarii baname
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC) – Qopheessummaa Biiroo Daldalaa fi Indaastirii Naannoo Sidaamaan agarsiifni Baazaarii oomishtoota Indaastirii biyyaa keesaa 120 hirmaachise magaalaa…
Ji’oota 9’tti galiin Birrii biiliyoona 324 ol walitti qabame
Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Ji’oota saglan darbanitti gibiraa fi taaksii biyya keessaa fi alaa irraa Birrii biiliyoona 324 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.…
Buufataalee boba’aa hanqinni boba’aa akka mudatu taasiisanirratti tarkaanfiin fudhatamaa…
Finfinnee, Eebla 21, 2015 (FBC) – Buufataalee boba'aa hanqinni boba'aa akka mudatu taasiisanirratti tarkaanfiin fudhatamuu eegaluu Abbaan Taayitaa Boba'aa fi Inarjii beeksise.…
Qabeenyi waliigalaa Baankii Daldala Ityoophiyaa Birrii Tiriiliyoona 1.3 ga’uu ibsame
Finfinnee, Eebla 21, 2015 (FBC) - Baankiin Daldala Ityoophiyaa Qabeenyi waliigalaa isaa Birrii Tiriiliyoona 1.3 ga’uu ibseera.
Baatiwwan salgan darban keessaa Maallaqni taa’aan Birriin…