Ityoophiyaatti namoota vaayrasii koroonaatin qabaman 11 keessaa 2 gara biyya isaaniitti deebi’aniiru
Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoota vaayrasii koroonaatin qabaman 11 keessaa 2 gara biyya isaaniitti deebi’aniiru.
Ministeerri Fayyaa FDRI akka beeksisetti…
Waliigalaan Ityoophiyaatti namoonni vaayrasichi irratti argame 11 ga’e
Finfinnee, Bitootessa 13, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti dabalataan namoonni lama vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa'e
Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan akka…
Imaltoonni vaayrasii koroonatiin akka hin miidhamne gosoota geejibaa mararratti hojiin qulqullinaa…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) –Imaltoonni vaayrasii koroonatiin akka hin miidhamne gosoota geejibaa mararratti hojiin qulqullinaa hojjetamaa jira.
Ministeera Geejibaatin hojiin…
Qorannoo Laabraatooriin namoonni 74 vaayrasii koroonaarraa bilisa ta’uun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Namoota shanan Vaayrasichaan qabaman waliin namoonni tuttuqaa qaban 992f hordoffiin taasifamaa jiraachuu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa…
Saamuunaan qulqullinaa har’aa eegaluun manneen qorichaa Kanamaatti ni rabsamu
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Saamuunaan qulqullinaa(saaniitaayzariin) har’aa eegaluun manneen qorichaa Kanamaatti kan rabsamu ta’uu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksise.
Biyya…
Yaaliin talaallii vaayrasii koroonaa taasifamuufi
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Yaaliin talaallii vaayrasii koroonaa Ameerikaatti taasifamuuf.
Talaallichi deeggarsa faandii Insitityuutii Fayyaa Biyyaalessaa Ameerikaatiin kennama.…
Haguuggii funyaanii fi afaanii Birrii 500 gurgurraan beeksisaa kan turan to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) –Haguuggii funyaanii fi afaanii Birrii 500 gurgurraan beeksisaa kan turan to'ataman.
Namoonni to'annaa jala oolan sadi'i.
Namoonni kanneen fuula…
Walga’iin koree waloo Ministeera Fayyaa Naannoole fi dhaabbileen waamamoo xumurame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) - Walga’iin koree waloo Ministeera Fayyaa Naannoole fi dhaabbileen waamamoo xumurame.
Walga’iin koree waloo Ministeera Fayyaa Naannoole fi dhaabbileen…
Biiroon Fayyaa Finfinnee buufataalee fayyaa fi hoospitaalotaaf ambulaansota 31 laate
Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) –Biiroon Fayyaa Finfinnee buufataalee fayyaa fi hoospitaalota magaalicha keessatti argamaniif ambulaansota 31 laate.
Hogganaan biirichaa…
Kibbatti duulli talaallii pooliyoo marsaa 2ffaan eegale
Finfinnee, Bitootessa 4, 2012 (FBC)- Naannoo Kibbaatti duulli talaallii pooliyoo marsaa 2ffaan eegaluu Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa naannichaa beeksiseera.
Daayreektarri…