Naannoo Somaaleetti talaalliin dhibee gifiraa kennamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Naannoo Somaaleetti talaalliin dhibee gifiraa kennamuu eegale.
Duulli talaallii dhibee gifiraa sadarkaa biyyaatti aanaalee 22’f kan kennamu yoo ta’u,…
Oromiyaatti bara darbe namoota kuma 34f tajaajilli baqaqsanii yaaluu qaroo ijaa taasiifame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara darbe namoota rakkoo qaroo ijaa qaban kuma 34f wal'aansi baqaqsanii yaaluu taasiifamuu Biiroon Fayyaa naannichaa beeksiise.…
Ittisa dhibeewwaniif muuxannoowwan qulqullinaa babal’isuu barbaachisa jedhame
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC)-Imaammata fayyaa ittisa dhibeewwanii irratti xiyyeeffate milkeessuuf muuxannoowwan qulqullina naannoo fi dhuunfaa babal'isuun barbaachisaa ta’uu Biiroon…
Fayyaafi Miila Hiikkannaa
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015(FBC)- Bakkeewwan qabeenya uumamaan badhaadhanitti miila hiikkannaa taasisuun fayyummaa namaaf faayidaa olaanaa kan qabu ta’uu ibsame.
Yeroo dheeraaf bakkeewwan…
Walga’iin piroojektii laaboraatoorii TB cimsuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Walgahiin Koree Qindeessituu Piroojektii Laaboraatoorii TB Giloobaal Fandii Fayyaa Hawaasaa naannawaa Bahaa, Giddugaleessaafi Kibba Afrikaa 8ffaan magaalaa…
Chaayinaan taalallii vaayireesii Koronaa qilleensaan fudhatamu hojiirra akka ooluu eeyyamte
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Chaayinaan taalallii vaayireesii Koronaa qilleensaan fudhatamu hojiirra akka ooluu eeyyamuu gabaafame.
Taalalichi waarshaa qorichaa kaansinoo jedhamuun…
Hospitaalli Amboo harka qalleeyyii kuma 1 oliif yaala tola eegale
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Hospitaalli Rifeeraalaa Yuunivarsiitii Amboo namoota harka qalleeyyii kuma 1 oliif deeggarsa wal’aansa fayyaa bilisaa kennuu eegale.
Hospitaallichi…
Dooktar Liyaan miseensota Koree farra dhibee Pooliyoo kilabii Rootarii Ityoophiyaa waliin…
Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan miseensota Koree farra dhibee Laamsheessaa daa'immanii kilabii Rootarii Ityoophiyaa…
Dhibee Busaa dhabamsiisuun hirmaannaa qaama hundaa gaafata – Dooktar Darajjee Dhugumaa
Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Dhibee Busaa dhabamsiisuun hirmaannaa qaama hundaa kan gaafatu ta’uu Ministir Deetaan Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaan ibsan.…
Jimmaatti jiraattoonni kumni 3 fi 500 guyyaa 10 keessatti yaala Fayyaa tolaa argatan
Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti Tajaajila Tola Ooltummaan jiraattoonni kumni 3 fi 500 tajaajila yaala Fayyaa argachuu ibsameera.
Sagantaan Tola ooltummaa mata…