Biriichii bara 2014tti Piroojektoota 926 ijaaruu ibse
Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Biiroon Fayyaa Oromiyaa bara baajataa 2014tti piroojektoota 926 ijaaree xumursiisuu ibseera.
Biirichi raawwii bara 2014 fi karoora 2015 irrattii ibsa…
Hojiin ittisaa fi wal’aansa tiibii daa’immanii fi dargaggoota guddattootaa fooyya’eera-Dooktar Liyaa
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti bara 2015 erga ‘roodmaappiin’ dhibee tiibii daa’immanii fi dargaggoota guddattootaa hojiirra oolee as, hojiin ittisaa fi wal’aansa tiibii…
Dhaabbilee nyaataa fi Qoricha fayyaa namaa miidhaan Oomishan irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Dhaabbilee Nyaataa fi Qoricha fayyaa namaa miidhaan Oomishanii fi Raabsan 500 irratti tarkaanfiin fudhatamuu himame.
Abbaan Taayitaa To’annoo…
Bara 2014 bittaa meeshaalee wal’aansaaf Birrii biiliyoonni 42 ol baasii ta’eera
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC) – Bara 2014 baasii Birri ibiiliyoona 42 oliin qorichootaa fi meeshaalee tajaajila wal’aansaa tajaajila fayyaa hawaasaaf oolan dhiyaachu Bulchaan Baankii…
Dirree Dawaatti warshaan oomishaa fi raabsaa oksijiini eebbifame
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaatti warshaan oomishaa fi raabsaa oksijiinii Birrii miiliyoona 50’n ijaarame eebbifame.
Warshichi ‘Kompileeksii…
Dooktar Liyaan tajaajila tola ooltummaa fayyaa Saqoxaatti eegalchiisan
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeeraa Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan sagantaa tajaajila tola ooltummaa gannaa “Gaarummaa fayyaa keenyaaf” jedhuun gaggeessuuf qabamee…
Faayidaa Shaayii magariisni fayyaaf qabu
Finfinnee, Hagayya 16, 2014(FBC) – Shaayii magariisa dhuguun hanga sukkaaraa dhiiga keessaa to’achuu dabalatee fayyaaf faayida hedduu qabaachuu qorannoon ifoomse.
Shaayii magariisni…
Tajaajilli wal’aansa bilisaa Hospitaala Zawudiituutti eegale
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Tajaajila lammummaan tajaajila wal’aansa bilisaa kennuuf mata duree “Gaarummaa fayyummaa keenyaaf” jedhuun Hospitaala Yaadannoo Zawudiituutti eegaleera.…
Dhaabbilee Fayyaa sababa waraanaan miidhaman keessaa 463 tajaajila laachuu eegalan
Dhaabbilee Fayyaa sababa waraanaan miidhaman keessaa 463 tajaajila laachuu eegalan
Finfinnee, Hagayya 15, 2014 (FBC) – Naannoo Afaarii fi Amaaraatti dhaabbilee Fayyaa sababa waraanaan…
Lammiilee kuma 100’f tajaajilli wal’aansa bilisaa kennamuufi
Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Ministeerri Fayyaa lammiilee kuma dhibba 1’f tajaajila wal’aansa bilisaa kennuuf qophii xumuruu beeksise.
Tajaajilichi mata duree “gaarummaa fayyaa…