Ministeerri Fayyaa meeshaalee fi qoricha Birrii miiliyoona 100 olitti tilmaamamu naannoo…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Ministeerri Fayyaa fi dhaabbileen waamamtootaa meeshaalee fi qorichaalee Birrii miiliyoona dhibba 1 olitti tilmaamamu naannoo Beenishaanguul Gumuziif…
Diyaaspoorawwan Ameerikaarraa dhufan Aanaa Kombolchaatti Hospitaalaa Walii galaa ijaaruuf dhagaa…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Diyaaspoorawwan Ameerikaarraa gara biyyaa dhufan Godina Harargee Bahaa Aanaa Kombolchaatti Hospitaalaa Waliigalaa ijaaruuf dhagaa bu'uuraa kaa'anniiru.…
Waggoottaan shanan dhufanitti Ityoophiyaan galteewwan Yaalaa fi Qorichaa % 60 biyya keessaa kan…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Waggoottaan shanan dhufanitti Ityoophiyaan galteewwan Yaalaa fi Qorichaa % 60 biyya keessaa kan guuttattu ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksiise.…
Vaayrasiin Koroonaa yeroo jalqabaatiif Kooriyaa Kaabaatti mul’ate
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Vaayrasiin Koroonaa yeroo jalqabaatiif Kooriyaa Kaabaatti mul’achuu buufanni Teeleeviizhinii biyyattii gabaaseera.
Biyyattiitti namni yeroo jalqabaaf…
Bulchiinsa magaalaa Shaashamannee fi Aanaa Shaashamanneetti duulli talaallii dhibee Koleeraa…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Shaashamannee fi Aanaa Shaashamanneetti dhibee Koleeraa to'aachuu fi ittisuuf hawaasa kuma dhibba tokkoof duulaan…
Peepfaar Ityoophiyaatti ittisa HIV AIDS’f deeggarsa Doolaara Miiliyoona 106 raggaase
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Peepfaar Ityoophiyaatti ittisaa fi to’annoo HIV AIDS’f deeggarsa Doolaara Miiliyoona 106 raggaasuu ibsame.
Hoggantoonni dhaabbatichaa…
Godina Beenchii Shaakkootti tatamsa’inni dhibee Busaa sadarkaa yaaddeessarra ga’uu ibsame
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa Godina Beenchii Shaakkootti tatamsa’inni dhibee Busaa sadarkaa yaaddeessarra ga’uu Biiroon Fayyaa naannichaa…
Hospitaalichi guyyaa kaleessaa yaallamaa xumuraa gaggeessuun yeroo jalqabaaf yaallamtoota COVID-19…
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Hospitaalli Eekkaa Kotobeen guyyaa kaleessaa yaallamaa xumuraa gaggeessuun yeroo jalqabaaf yaallamtoota vaayrasii Koroonaa malee buluu ibsameera.…
Magaalichatti guyyaa har’arraa eegalee talaalliin Pooliyoo ni laatama
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti guyyaa har’arraa eegalee daa’imman waggaa 5 gadi ta’aaniif talaalliin Pooliyoo ni laatama jedhameera.
Duulli talaallichaa Eebila…
Dooktar Liyaan hojiilee Raammoo Giinii balleessuuf hojjetamaa jiru daawwachuuf Gaambeellaa galan
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan hojiilee dhibee Raammoo Giinii balleessuuf hojjetamaa jiru daawwachuuf Gaambeellaa…