Dhibeen Maariyyee Jaldeessaa gara Ityoophiyaa akka hin seenneef hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Biyyoota tokko tokko keessatti mul'achaa kan jiru Dhibeen Maariyyee Jaldeessaa gara Ityoophiyaa akka hin seenneef hojiin ittisaa hojjetamaa jiraachuu…
Ministeerichi bara 2030tti rakkoo quucaruu daa’immanii dhabamsiisuuf hojjechaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Rakkoo quucaruu daa'immanii bara 2030tti dhabamsiisuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.
Waliigaltee…
Dooktar Liyaa Taaddaasaatiin durfamu yaa’ii fayyaa addunyaarratti hirmaachaa jiraachuun himame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Vaayrasiin Koroonaa erga mudatee as yaa’iin fayyaa yeroo jalqabaaf Caamsaa 14, 2014 Siwiizarlaandi Jeneevaatti eegalameera.
“Nageenya…
Maashiniin saamuda qorannoof biyyaa alaatti ergamu ni hambisaan abdatame Yuunvarsiitii Jimmaatti…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Saamuda qorannoof gara biyyaa alaatti ergaman kan hambisu maashiniin laaboraatoorii Wiirtuu Fayyaa Yuunivarsitii Jimmaatti dhaabame.…
Dhibeen Maariyyee jedhamu Jaldeessarraa namatti darbu biyyoota Awurooppatti babal’achaa dhufuu…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) – Dhibeen Maariyyee jedhamu Jaldeessarraa namatti darbu biyyoota Awurooppatti babal’achaa dhufuu Dhabbanni Fayyaa Addunyaa beeksiise.
Hanga…
Dooktar Liyaan Sagantaa Nyaataa Addunyaatti daayrektara Ityoophiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) –Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Sagantaa Nyaataa Addunyaatti daayrektara haaraa Ityoophiyaa Kaalawudee Jiibidaar waliin…
Talaalliin ittisa dhibee Gifiraa naannolee garaagaraatti laatamu eegale
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)- Talaalliin ittisa dhibee Gifiraa naannolee garaagaraatti laatamu eegaleera.
Talaallichi naannoo Affaaritti kan eegalchiisan hogganaan biiroo fayyaa…
Proojektiiwwan Hospitaala Waliigalaa Asoosaan Birrii miiliyoona 19 oliin ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) –Hospitaalli Waliigalaa Asoosaa Gamtaa Awurooppaatti Trast Fandii Yeroo Ariifachiisaa fi Koree Lubbu Baraartotaa Idil Addunyaa waliin ta’uun proojektiiwwan…
Aanaa Gommaatti sagantaan dhiiga arjoomuu gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Godina Jimmaa aanaa Gommaatti sagantaan dhiiga arjoomuu gaggeeffameera.
Guyyaa har'aas aanichatti mata duree"dhiiga kennuun lubbuu kennuudha" jedhuun…
Qorichi hordoffii dhibee sukkaaraa gosa 2‘f oolu ifoome
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Nyaataa fi Qorichaa Ameerikaa qoricha haaraa hordoffii dhibee sukkaaraa gosa 2‘f oolu “Tirzpaataayizid” jedhamu ifoomsuun raggaasisuu…