Naannichatti dhaabbilee fayyaa iddoowwan hongeen miidhamanitti argamaniif deggarsi qorichaa Birrii…
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti dhaabbilee fayyaa iddoowwan hongeen miidhamanitti argamaniif deggarsi qorichaa, nyaata madaalamaa fi meeshaalee yaala fayyaa…
Hospitaala Qidduus Phaawuloositti Koolleejjiin Barkume barattoota ogummaa garaagaraan barsisaa ture…
Finfinnee,Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Hospitaala Qidduus Phaawuloositti Koolleejjiin Barkume barattoota ogummaa Fayyaa garaagaraan barsisaa ture 475 eebisiseera.
Eebbifamtoota…
Naannoo Harariitti hojiilee damee fayyaatiin hojjetamaa jiran cimsuu barbaachisa- Dooktar Liyaa…
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti hojiilee damee fayyaatiin hojjetamaa jiran cimsuun kan barbaachisu ta’uu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa…
Magaalaa Hararitti giddugalli kaansarii Birrii miiliyoona 70 oliin ijaarrame eebbifame
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC)- Giddugalli kaansarii hospitaala hunda galeessaa Ispeeshaalaayizdii Hiwot Faanaa yuunvarsiitii Haramaayaatin Birrii miiliyoonaa 70 oliin ijaarramaa…
Baatiiwwan 6 darbanitti qorichoonni Birrii biiliyoona 26 olitti shallagaman gara biyyaa galuu ibsame
Finfinnee,Gurraandhala 16, 2014 (FBC) – Baatiiwwan 6 darbanitti qorichoonnii fi meeshaaleen yaala fayyaa Birrii biiliyoona 26 olitti shallagaman to’annoo barbaachisaan irratti taasifamee …
Miidhaa Hongeen qaqqabaa jiru qolachuuf dhaabilee gargaarsaa Idil Adunyaa waliin hojjatamaa jira-…
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Miidhaa sababa Hongeen kutaalee biyyattii qaqqabaa jiru qolachuuf dhaabilee gargaarsaa Idil Adunyaa waliin hojjatamaa jiraachuu…
Jilli Dooktar Liyaa Taaddasaatin durfamu lammiilee godina Booranaa hongeen miidhaman daawwachuuf…
Finfiinnee , Gurraandhala 15, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Fayyaan Dooktar Liyaa Taaddasaatin durfamu lammiilee godina Booranaa hongeen miidhaman daawwachuuf godinicha galeera.…
Miidhaan dhukkuboota daddarboo hin taanee dabalaa jira-Dooktar Liyaa Taaddasaa
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan dhukkubni kaansarii dhukkuboota biroo caalaa hawaasa keenya miidhaa jira jedhaniiru.
Dooktar…
Dhaabbanni Samaaritaans Paars Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee fayyaa taasise
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)- Dhaabbanni deeggarsa idil addunyaa Samaaritaans Paars jedhamu Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee fayyaa taasiseera.
Ministirri Ministeera Fayyaa…
Naannoo Afaaritti talaalliin ittisa vaayrasii koroonaa marsaa 2ffaan eegalame
Finfinnee,Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Naannoo Afaaritti talaalliin ittisa vaayrasii koroonaa marsaa 2ffaan sadarkaa naannootti eegalame.
Walakkaa waggaa bara darberraa eegalee…