Naannolee rakkoo nageenyaa fi hongeen saaxilamaniif tajaajilli fayyaa bu’uuraa kennamaa jira –…
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) – Ministeerri Fayyaa, naannolee rakkoo nageenyaa fi hongeen saaxilamaniif tajaajila Fayyaa bu’uuraa kennaa jiraachuu beeksiseera.
Ministir Deetaan…
Dirree Dawaatti daa’ima guddattuu tokko keessaa xannachi kiiloo 5 madaaluu ba’e
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Daamni guddattuun umrii waggaa 10 jiraattuu Godina Harargee bahaa aanaa Dadaar ganda Haqabaas keessaa xannachi kiiloo 5 madaaluu walla’ansa baqaksanii…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 36 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC)– Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 36 vaayrasii koroonaan qabamaniiru.
Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota…
Weerara Covid -19 to’achuu fi ittisuuf qajeelfamni fooyya’ee ba’e ifoome
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Ministeerri Fayyaa Weerara Covid -19 to’achuu fi ittisuuf qajeelfama fooyya’ee ba’e lakkoofsa 882/2014 ifoomeera.
Weerara Covid -19 to’achuu…
Waliinga’iinsaa fi qulqullina tajaajila fayyaa mirkaneessuuf kan dandeessisu proojektiin Doolaara…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Waliinga’iinsaa fi qulqullina tajaajila fayyaa mirkaneessuuf kan dandeessisu proojektiin Doolaara miiliyoona 22.7 dhiyaateera.
Baasiin…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 23 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC)– Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 23 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namaa darbe hin jiru.
Sa’aatii 24 darbetti…
Rakkoolee dhaabbiilee fayyaa keessatti mul’atan dhaabbiilee deeggarsaa hirmaachisuun hiikuuf…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC)- Rakkoolee dhaabbiilee fayyaa keessatti mul'atan dhaabbiilee deeggarsaa hirmaachisuun hiikuuf kan hojjetamu ta’uu Ministirri Minsteera Fayyaa Dooktar…
Godina Jimmaa aanaa Saqqaa Coqorsaatti sagantaan ekisteenshinii fayyaa dhaloota 2ffaan eegale
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) –Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan godina Jimmaa aanaa Saqqaa Coqorsaatti argamuun sagantaa ekisteenshinii fayyaa dhaloota…
Jilli Dooktar Liyaa Taaddasaatin durfamu magaalaa Jimmaa gale
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) –Jilli Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaatin durfamu magaalaa Jimmaa galeera.
Jilichi sagantaa keellaa fayyaa dhaloota 2ffaa akka…
Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Vaayraasiin Rootaa muudachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Naannoo Beenishaangul Gumuz aanaa Sharqoollee fi Magaalaa Asoosaatti Vaayraasiin Rootaa muudachuu Biiroon Fayyaa Naannichaa beeksiiseera.…