Ogeeyyii Fayyaa fi hojjettoota kunuunsa fayyaa Oromiyaaf sangantaan beekkamtii fi galateeffannaa…
Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa ogeeyyii Fayyaa fi hojjettoota kunuunsa Fayyaa ittisaa fi to'annoo weerara dhibee vaayrasii koroonaa ittisuuf shoora…
Bulchiinsa magaalichaatti sagantaan galateeffanaa fi beekkamtii ogeeyyii fayyaa gaggeeffame
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) - Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti sagantaan beekkamtii fi galateeffannaa ogeeyyii fayyaa weerara vaayrasi koroonaa ittisuurratti gumaacha…
Dirree Dawaa fi naannoo Harariitti sagantaan torbee galateeffannaa fi beekkamtii ogeeyyii fayyaa…
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa fi naannoo Harariitti sagantaan torbee galateeffannaa fi beekkamtii ogeeyyii fayyaa gaggeeffameera.…
Talaalliin Covid 19 Ameerikaan Ityoophiyaaf deeggarsa taasiifte Finfinnee ga’e
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Taalalliin Covid-19 "Jonson and Jonson” jedhamu doozii miiliyoona 1.2 keessaa dooziin kumni dhibbi 4 fi kumni 53 fi 600 Ameerikaan…
Ogeeyyii yaalaa fayyaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf dirqama isaanii ba’anii fi…
Finfinnee, Adooleessa 11, 2013 (FBC) – Ogeeyyii yaalaa fayyaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf dirqama isaanii ba'anii fi hojjettoota kunuunsa fayyaaf beekkamtiin laatameera.
Sagantaan…
Ameerikaan talaallii Covid-19 Ityoophiyaaf deeggarsa taasisuufi
Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Ameerikaan talaallii Covid-19 doozii kuma dhibba 4 fi kuma 53 fi 600 Ityoophiyaaf deeggarsa taasisuuf ta’uu ibsameera.
Mootummaan Ameerikaa…
Dooktar Liyaan Ityoophiyaatti bakka buutuu giddugala Ittisaa fi to’annoo dhibee Ameerikaa waliin…
Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Ityoophiyaatti bakka buutuu Giddugala Ittisaa fi to’annoo Dhibee Ameerikaa Dooktar…
Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii dabalaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii dabalaa jiraachuu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksiise.
Ardichatti namoonni…
Talaalliin vaayrasii koroonaa marsaa 2ffaan boruurra eegalee dhaabbilee Fayyaa keessaatti ni…
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)- Talaalliin vaayrasii koroonaa marsaa 2ffaan boruurra eegalee dhaabbilee Fayyaa keessatti akka kennamu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa…
Meeshaalee vaayrasii koroonaa gara Ityoophiyaa galan
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) –Meeshaalee vaayrasii koroonaa hawsaani diyaaspooraa laatan gara Ityoophiyaa ergamuu Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Fitsum Araggaan ibsaniiru.…