Gosti Vaayrasii koroonaa Oomikroon Ityoophiyaa seenuu mallattooleen agarsiisan muul’achaa jiru…
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) - Gosti Vaayrasii koroonaa Oomikroon Ityoophiyaa seenuu mallattooleen agarsiisan waan jiruuf hawaasni of eeggannoo taasiisuu akka qabu…
Naannoo Amaaratti dhaabbileen mootummaa hundi tajaajila idilee laachuu eegalan
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC) - Naannoo Amaaratti dhaabbileen mootummaa sababa waraanaan hojii dhaabanii turan hundi tajaajila idilee laachuu eegaluu Biiroon Dhimmoota…
Dagannaan Ittisa Vaayrasii Koroonaa irratti mul’ate gatii nu baasisaa jira jedhame
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Dagannaan Ittisa Vaayrasii Koroonaa irratti mul’ate gatii nu baasisaa jira jedhame.
Raawwii talaallii vaayrasii koroonaa fi talaallii idileerratti…
Dooktar Xilaahun Goshuu fi deeggartoonni isaa meeshaalee yaala fayyaa Doolaara miiliyoona 4.8tti…
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - Dooktar Xilaahun Goshuu (Mihret Medical Supply) deeggartoota isaanii waliin ta’uun meeshaalee Yaalaa Fayyaa fi qorichoota garaagaraa Doolaaraa Ameerikaa…
Hospitaalota Federaalaa fi Magaalaa Finfinnee waliin hospitaalota miidhaman 11 gara hojiitti…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Hospitaalota Federaalaa fi Magaalaa Finfinnee waliin walitti hidhamiinsa uumuun hospitaalota garee shororkeessaa ABUTiin miidhaman 11 gara hojiitti…
Biirichi meeshaalee walla’aansa Birrii miiliyoona 6tti tilmaamamu naannoo Affaariif taasise
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Biiroon Eegumsa Fayyaa magaalaa Finfinnee meeshaalee walla’aansa Birrii miiliyoona 6tti tilmaamamuu naannoo Affaariif taasiseera.
Biiricha dabalatee Mana…
Iddoon dhaabbii fi buufanni bobbii Ambulaansii Birrii miiliyoona 90 oliin ijaarrame tajaajila eegale
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Iddoon dhaabbii fi buufanni bobbii Ambulaansii Birrii miiliyoona 90 oliin ijaarrame tajaajila eegaluu ibsame.
Ministeerri…
Hospitaalichi Tajaajila Qorannoo Maaykiroobaayooloojii eegale
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Hospitaalli Hunda galeessi Ispeeshaalaayizdii Hiwoot Faanaa Yuunvarsiitii Haramaayaa Tajaajila Qorannoo Maaykiroobaayooloojii eegaluu ibsame.…
Godinichatti abbootii warraa kuma 49 ol baajata mootummaan miseensa inshuraansii fayyaa hawaasaa…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti abbootii warraa kuma 49 fi 652 baajata mootummaan miseensa inshuraansii fayyaa hawaasaa taasisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.…
Hojjettoonni FM Faanaa Naqamtee 96.1 dhiiga arjooman
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Hojjettoonni FM Faanaa Naqamte 96.1 Guyyaa har'a dhiiga arjoomaniiru.
Hojjettoonni kunneen lubbuu haadholii yeroo da'umsaa dhangala’uu dhiigaatin darbu…