Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Walitti dhufeenya qaamolee Mootummaa sadeeniin sirna waloo ijaarra-Afyaa’ii Caffee
Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)-Walitti dhufeenyaa fi ida’ama hojii qaamoleen mootummaa sadeen taasisaniin sirna waloo cehuumsa naannoofi biyya keenyaa dhugoomsu ijaarra jedhan Afyaa’iin…
Miidiyaan dijitaalaa ijaarsaa biyyaa dhugoomsuuf gumaacha ol’aanaa qaba-Dooktar Biqilaa…
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Miidiyaan dijitaalaa tokkummaa obbolummaa dhugaa jabeessuu fi ijaarsaa biyyaati dhugoomsuuf gumaacha ol'aanaa kan qabu ta’uun ibsame.
Leenjiin ogeeyyii…
Biqiltuun Avokaadoo miiliyoona 10 ol qophaa’aa jira-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Biqiltuun Avokaadoo al-ergii miiliyoona 10 ol qophaa’aa jiraachuu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.
Pireezidaanti Shimallis…
Hojii tola ooltummaa Bonaan hedduun deeggarsa taasisuu eegalaniiru-Aadde Adaanech
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Waamicha tola ooltummaa taasifame simachuun abbootiin qabeenyaa gaarummaa qabanii fi dhaabbileen hedduun hojii tola ooltummaa Bonaaf deeggarsa taasisuu…
Humni Waloo haala amansiisaan nageenya eegsisuuf karooraan hojjechaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Humni Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessaa haala amansiisaan nageenyaa fi tasgabbii eegsisuuf karooraan hogganamuun hojjechaa jiraachuu ibse.
Humnichi…
DhMG bara 2024’tti guddinni diinagdee Addunyaa %2.4’tti akka bu’u raage
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Bara Faranjootaa 2024’tti guddinni diinagdee Addunyaa %2.4’tti akka gadi bu’u Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii raage.
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii…
Aadde Adaanech Dura Taa’aa Kongirasii Bulchiinsa Magaalaa Choonchiin waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Kantibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Dura Taa’aa Kongirasii Bulchiinsa Magaalaa Choonchiin Zhiwoo Shiichiingi waliin hariiroo…
Dooktar Abiy Ayyaana Qillee sababeeffachuun maaddii qoodan
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Ministirri Mummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyanaa Qillee sababeeffachuun lammiilee 225’f maaddii qoodaniiru.
Waajjirri Ministeera Muummee lammiilee galii…
Addunyaan akka dorgomaniif barattoota ga’oomsuuf hojjechuun barbaachisadha-Pirof. Birhaanuu Naggaa
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Sirna Barnoota Ityoophiyaan, addunyaa waliin dorgomuu akka danda’aniif barattoota ga’oomsuun barbachisaa ta’uu Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar…
Yakka gowwoomsuun kan himataman hidhaa cimaa fi maallaqaan akka adabaman murtaa’e
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Fira Aanga’aa olaanaa naannoo Oromiyaa akka ta’an fakkeessuu fi fichisiistota simmintooti jechuun yakka gowwoomsuun kanneen himatamaan hidhaa cimaa fi…