Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lubni Balaay Makonniin yakka Sanada Sobaa daddabarsa Doolaaraan shakkaman akka qoratamu yeroon…
Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC) – Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa Dhaddachi Ramaddii Yeroo Beellamaa Araadaa Lubni Balaay Makonniin yakka Sanada Sobaa daddabarsa…
Waliigalteen pirojektii Paarkii indastirii qindeessaa oomishaalee qonnaa fi nyaataa marsaa 2ffaan…
Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC)- Waliigalteen pirojektii Paarkii indastirii qindeessaa oomishaalee qonnaa fi nyaataa marsaa 2ffaan mallatteeffameera.
Waliigaltichis Ministir Deetaa…
Labsiin Zoonii Diinagdee Addaa ragga’e
Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC)- Invastimanti alaa hawwachuuf, damee maanufaakchariingii jajjabeessuu fi dandeettii daldala alaa guddisuuf kan gargaaru Labsiin Zooonii Diinagdee Addaa…
Deeggarsa Koomishinii Marii Biyyaalessaaf taasisuun hojiilee ijaarsa biyyaaf gumaachuudha-Obbo…
Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC)- Deeggarsa Koomiishinii Marii Biyyaalessaaf taasisuun hojiilee ijaarsa biyyaa gaggeeffamaa jiraniif gumaachuu waan ta’eef tumsa barbaachisaa taasisuu qabna…
Shaampiyoonaa Buunyaa Maandeellaa Afrikaan Beetaliheem Waldeen gita ishee injifatte
Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC) –Shaampiyoonaa Buunyaa Maandeellaa Afrikaan Beetaliheem Waldeen gita ishee Afrikaa Kibbaa injifatte.
Beetaliheem Waldeen ga’umsa olaanaan gita ishee…
Dhaabbilee faalama naannawaa geessisan kuma 1 fi 720’rratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC)- Dhaabbilee faalama naannawaa geessisan kuma 1 fi 720’rratti tarkaanfiin fudhatamuu Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannawaa Magaalaa Finfinnee beeksise.
Hojii…
Chaayinaan hojiilee Koomishiniin Haaromsa Biyyaalessaa hojjetu akka deeggartu ibsite
Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC)- Chaayinaan hojiilee Koomiishiniin Haaromsa Biyyaalessaa hojjetu deeggaruuf qophii ta’uu ibsite.
Koomishinarri Koomishinii Haaromsa Biyyaalessaa Tamasgeen…
Naannoon Giddugaleessa Itiyoophiyaa sirreeffamtoota seeraa 658’f dhiifama taasise
Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Naannoon Giddugaleessa Itiyoophiyaa sirreeffamtoota seeraa 658'f dhiifama taasisuu Pireezidaantiin Naannichaa Indaashaawu Xaasawu beeksisan.…
Magaalaa fi naannawaa keenya qulqulluu taasisuuf wal haa tumsinu-MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Magaalaa fi naannawaa keenya qulqulluu taasisuuf wal haa tumsinu jechuun Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhaaman.
Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Jilli Naayijeeriyaa Itiyoophiyaatti misooma qamadiin muuxannoo qooddate
Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Gareen jila Naayijeeriyaa Itiyoophiyaatti damee misooma qamadiin muuxannoo qooddateera.
Jilichi muuxannoo qooddatetti dabalataan Godina Shawaa Bahaa…