Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guddina diinagdee Itiyoophiyaaf dameen dhuunfaa qooda olaanaa bahachaa jira- Baankii Addunyaa
Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2018 (FMC)- Guddina diinagdee Itiyoophiyaaf dameen dhuunfaa qooda olaanaa bahachaa jira jedhan Itiyoophiyaatti Daayrektarri Baankii Addunyaa Maariyaam Saaliim.…
Arsenaal Barnileey injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 10ffaan Arsenaal, Fuulhaam, Biraayitanii fi Kiristaal Paalaas morkattoota isaanii yoo injifatan, Yuunaayitiid qixa…
Kaayyoon misooma Koriidarii Baadiyyaa haala jireenya Qonnaan bulaa jijjiiruun badhaadhina…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2018 (FMC) – Kaayyoon misooma Koriidarii Baadiyyaa haala jireenya Qonnaan bulaa jijjiiruun badhaadhina hundagaleessa mirkaneessuudha jedhe Tajaajilli…
Mootummaan Aadaa, duudhaa fi safuu Oromoo ganamaa bakkatti deebisuuf hojiilee guguddoo hojjechaa…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2018 (FMC) – Inistitiyuutiin Qorannoofi Qo'annoo Oromoo Aadaa, duudhaa, Afaan, seenaa fi Aartii oromoo bakka isaaf malutti deebisuuf qorannoofi qo'annoon utubuu…
Ciccituun daandii Aspaaltii Asallaa Adaamaa hawaasa komachiise
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2018 (FMC) - Daandiin Aspaaltii Asallaa Adaamaa iddoo addaa Shoorimaa Shararaa jedhamu Ciccitee tajaajilaan ala ta’uutti hawaasni komate.
Jiraattonni…
Daandiin Qilleensichaa Xiyyaara 21ffaa ‘Air Bus A350- 900’ fudhate
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Xiyyaara 21ffaa Air Bus A350-900 (ET-BCE) guyyaa har’aa fudhateera.
Daandiin qilleensichaa xiyyaara A 350-900…
Irreechi Malkaa Daabanaa Magaalaa Beddelleetti kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2018 (FMC) - Ayyaanni Irreechaa Malkaa Daabanaa Magaalaa Beddellee Birbirsa lakkuutti kabajameera.
Ayyaannicharratti Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee,…
Dorgommiin Dorgaa Dorgee Faanaa Laamroot Boqonnaa 21ffaan har’a eegala
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2018 (FMC) – Dorgommiin Dorgaa Dorgee Faanaa Laamroot boqonnaan 21ffaan har’a sa’aatii 6:00 tti eegala.
Dorgommii har’a eegaluun dorgommtonni Baandii Kookkab…
Anniisaan Niwukilaraa imala hundagaleessa Badhaadhinaa kan deeggaruudha- Dooktar Biqilaa Hurrisaa
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2018 (FMC)- Anniisaan Niwukilaraa imala hundagaleessa badhaadhina Itiyoophiyaa kan deeggaruudha jedhan Hogganaan Damee Hariiroo Uummataa fi Idil Addunyaa Paartii…
Qulqullina tajaajila tuurizimii fooyyessuun galii damicha irraa argamu guddisuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Onkoloolessa 21, 2018(Finfinnee) -Qulqullina tajaajila tuurizimii fooyyessuun galii damicha irraa argamu guddisuuf hojjetamaa jira jedhe Komiishiniin Tuurizimii Oromiyaa.…