Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Saa’ud Arabiyaan biyyoota dhiyeessii Misooma Faayinaansiin Itiyoophiyaa deeggaran keessaa tokko-Obbo…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC) –Saa’ud Arabiyaan biyyoota dhiyeessii misooma faayinaansiin Itiyoophiyaa deeggaran keessaa tokko ta’uu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen…
Rakkoolee Itiyoophiyaa hubannoo namtolcheen furuuf beekumsa horachuun abdii qabeessa-Dooktar Abiy
Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC) – Ijoolleen keenya rakkoolee Itiyoophiyaa hubannoo namtolcheen tumsamuun furuuf beekumsa murteessaa horachuun abdii qabeessa jedhan Ministirri Muumme FDRI…
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad barattoota Hubannoo Namtolchee leenji’aa turan eebbisiisan
Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa Gannaan barattoota sadarkaa 2ffaa Hubannoo Namtolchee leenji’aa turan eebbisiisaniiru.
Barattoonni…
Hoggantoonni invastimantii akka sochoostuu guddina diinagdeetti fayyadamuu qabu-Baankii Misooma…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC) – Hoggantoonni invastimantii babal’isuun akka sochoostuu guddina diinagdee Ardittiitti fayyadamuu akka qaban Baankii Misooma Afrikaa ibse.
Kantiibaan…
Dorgaa Dorgeen Faanaa Laamroot boqonnaa 15ffaan guyyaa har’a xumurama
Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC) – Dorgaa Dorgeen Faanaa Laamroot boqonnaa 15ffaan torbeewwan 8’f gaggeeffamaa ture guyyaa har’a xumurama.
Maqdas Zawdee, Haayilayesuus Isheetuu, Heenook…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Taanzaaniyaa fi kan Ruwaandaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Taanzaaniyaa Saamiyaa Suluhuufi Pireezidaantii Ruwaandaa, Pool Kaagaamee waliin…
Aadde Adaanach Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa Dooktar Akiinwumii Adeesiinaa waliin mari’ataniiru.…
Leenjiin hoggantootaa mootummaa marsaa 3ffaan akka Oromiyaatti eegale
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC)- Leenjiin dandeettii raawwachiistummaa hoggansa mootummaa marsaa 3ffaan akka naannoo Oromiyaatti wiirtuulee afuritti gaggeeffamuu jalqabeera.…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Jibuutii Ismaa’eel Oomaar Giilleehii fi Kan Somaaliiyaa Hasan Sheeh…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Jibuutii Ismaa’eel Oomaar Giilleehii fi kan Somaaliiy Hasan Sheeh Mohaammad waliin…
Buufataalee sirna daldalaa boba’aan ala gurguranii bitanirra dhorkiin kaa’ame
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC)- buufataalee sirna daldalaa boba’aan ala daldalan irra dhorkiin kaa’amuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii beeksise.
Sirna daldalaa dijitaalawaan…