Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biqiltuun hanga latee ofiin dhaabbatutti kunuunsa ittifufiinsaan taasisuun murteessaadha-Pir.…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Biqiltuu dhaabuu qofa osoo hintaane hanga latee ofiin dhaabbatutti kunuunsa ittifufiinsa qabu taasisuun murteessaa ta’uu Pireezidaantiin Naannoo…
Ministeerichi tarsiimoo riifoormii bulchiinsa faayinaansii waggoota 5 haaraa ifoomse
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa tarsiimoo riifoormii bulchiinsa faayinaansii waggoota 5 haaraa bara 2016-2020’tti hojirra oolu har’a ifoomseera.
Ministir…
Ministeerri Maallaqaa fi Ministeerri Galiiwwanii waliigaltee pirotokoolii mallatteessan
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Ministeera Maallaqaa fi Ministeera Galiiwwanii gidduutti imaammataa taaksii fi dhimmoota bulchiinsaa qindoominaan gaggeessuuf waliigalteen…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Itiyoophiyaatti Bakka Bu’aa DhMG waliin mari’ataniiru
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Itiyoophiyaatti Bakka Bu’aa dhaabbii fi Qindeessaa Dhimma Namoomaa…
Qonni gabaa giddugaleeffate guddina diinagdeef gumaacha olaanaa qaba jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Sagantaan kilaastara qonnaa gabaa giddugaleeffatee guddina diingdeef gumaachaa olaanaa qabaachuu Ministeerri Qonnaa beeksise
Inistitiyuutiin…
Yaadannoon Waggaa 1ffaa Dooktara Kabajaa Artiisti Alii Birraa gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Yaadannoon Waggaa 1ffaa Dooktara Kabajaa Artiist Alii Birraa Magaalaa Dirree Dhawaatti gaggeeffameera.
Sirnicharratti qondaaltoonni mootummaa,…
Ministeerri Raayyaa Ittisa fi Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii waliin hojjechuuf waliigaltee…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) –Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii damee maariitaayimii fi dhimmoota walqabatan biroorratti waloon hojjechuuf…
Dooktar Abiy Koree Filannoo Kaadhimamaa Walitti Qabaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa hundeessan
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Koree Filannoo Kaadhimamaa Walitti Qabaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa miseensoota 8 qabu hundeessaniiru.…
Naannoo Gaambeellaatti manneen barnootaa deeggarsa barbaadaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 39…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Dhaabbata mootummoota Gamtoomaniitti Dhaabbanni deeggarsa daa’immannii naannoo Gaambeellaatti manneen barnootaa deeggarsa barbaadaniif deeggarsi…
Sudaanitti lammiilee naannawaa waraanaa keessa hojiin baasuu gaggeeffamaa jirachuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Sudaanitti haalaa yeroo mudate hordofee lammiilee sababa garaagaraatiin naannawaa waraannni jiru keessaa bahuu hindandeenye mootummaan hojiin achii…