Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Walga’iin Koree Olaanaa Sosochii “Itiyooopiyaan haa Oomishtuu” gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Walga’iin Koree Olaanaa Sosochii “Itiyooopiyaan haa Oomishtuu” Ministeera Indaastiriin gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti, Ministirri Muummee…
Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu Shawaa Kibba Lixaatti misooma qonnaa daawwachaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Jilli Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Kibbaa Lixaatti hojiilee misooma qonnaa daawwachaa jira.…
Guyyoota kurnan itti aanaan kutaalee biyyattii iddoolee tokko tokkotti Roobni idilee fi idileen olii…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC) – Guyyoota kurnan itti aanaan kutaalee biyyattii iddoolee tokko tokkotti Roobni idilee fi idileen olii kan jiraatu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala…
Bulchiinsa magaalichatti fayyadamummaan haqa qabeessaa jiraattotaa mirkanaa’uu eegaleera-Aadde…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Haala ummataaf waadaa galameen hojiilee hojjatamaniin fayyadamummaan haqa qabeessi jiraattotaa mirkanaa’aa jiraachuu Kantiibaan Bulchiisa Magaalichaa…
Dooktar Mulaatuu Tashoomaa Pireezidaantii Ugaandaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Duraanii Itiyoophyaa Dooktar Mulaatuu Tashoomaan Pireezidaantii Ugaandaa Yuweerii Museveenii waliin mari’ataniiru.
Dooktar…
Guyyoota kurnan itti aanaan kutaalee biyyattii iddoolee tokko tokkotti Roobni idilee fi idileen olii…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC) – Guyyoota kurnan itti aanaan kutaalee biyyattii iddoolee tokko tokkotti Roobni idilee fi idileen olii kan jiraatu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala…
Itiyoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa sagantaa waljijjiirraa Aadaa gaggeessan
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa sagantaa waljijjiirraa Aadaa magaalaa Finfinneetti gaggeessaniiru.
Kantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach…
Tarkaanfii raayyichi fudhachaa jiruun nageenyi mirkanaa’aa jira jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Tarkaanfii Raayyaan Ittisaa Godinaalee garaagaraatti fudhachaa jiruun nageenyi mirkanaa'aa jiraachuu ibsameera.
Finxaaleyyii seeraan ala…
Itiyoophiyaa fi Ameerikaan tumsaan diinagdee isaanii cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Maasiingaagaan waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota…
Itiyoophiyaa fi Noorweey misooma Bosonaarratti tumsaan hojjechuuf mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Noorweey Istiyaan Kiristansan waliin mari’ataniiru.
Hariiroo…