Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa fi Noorweey misooma Bosonaarratti tumsaan hojjechuuf mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Noorweey Istiyaan Kiristansan waliin mari’ataniiru.
Hariiroo…
Obbo Dammaqaan Pireezidaantii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Pireezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaakiir Maayaardiit…
Kantibaan Magaalaa Chuunchoon Magaalaa Finfinnee waliin dhimma dargaggootaa fi Barattootarratti…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Chuunchoon Magaalaa Finfinnee waliin haala hariiroo isaanii caalmaatti cimsuun dhimma dargaggootaa fi Barattootarratti waloon kan…
Hojiilee fayyadamummaa ummataa mirkaneessaan hojjechuun cimee itti fufuu qaba – Obbo Ordiin Badirii
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Hararii gamaaggama raawwii baatiwaan sadiin darbanii gaggeessaa jira.
Gamaaggamicharratti hasaawaa kan taasiisan…
Sagantaan Badhaasaa fi Maaddii qooduu sirreeffamtootaa amalaaf Mana Kitaabaa Abrihootiitti…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Manni Kitaabaa Abrihoot Mana Amala Sirreessaa Qaallittii waliin ta’uun sagantaa Badhaasaa fi Maaddii qooduu sirreeffamtootaa amalaaf taasiisaniiru.…
Jilli Kantibaa Choonchuuniin durfamuu Giddugalaa Buddeenaa Lammii daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Jilli Kantiibaa Magaalaa Choonchuun Kooriyaa Kibbaa Doongii Haniin durfamuu Finfinnettii Gidduglaa Buddeenaa Lammii daawwateera.
Giddu galichi…
Raayyaa Ittisa deeggaruun egeree biyyaa eegsisuu fi birmadummaa biyyaa deeggaruudha-Dooktar…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaruun egeree biyyaa eegsisuu fi birmadummaa biyyaa deeggaruudha jedhan Ministirri Ministeeraa Raayyaa Ittisaa Dooktar…
Biyyoonni Gaanfa Afrikaa gaaffii karra galaanaa Itiyoophiyaa faara gaariin ilaaluu qabu-Laawuransi…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Biyyoonni Gaanfa Afrikaa gaaffii karra galaanaa Itiyoophiyaa faara gaariin ilaaluu akka qaban Xiinxalaan Dhimmoota Siyaasaa fi Diinagdee Ameerikaa…
Ayyaanota da’eeffachuu karoorri shororkeessummaa raawwatamuuf ture fashaalaa’e
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Aayyaanota amantaa fi aadaa dhiyeenya kabajaman akkasumas sagantaalee sadarkaa biyyaalessaa da’eeffachuun karooraa shororkeessummaa humnoota farra…
Kurmaana 1ffaa damma toonii 6 ol oomishuun danda’ameera-Pir. Shimallis
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Kurmaana jalqabaa bara baajataa 2016tti damma toonii kuma 6 ol oomishuun akka danda’ame Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan…