Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kantiibaan Magaalaa Chonchuun daawwannaa hojiif Finfinnee galan
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Jilli Kantiibaan Magaalaa Choonchuun Kooriyaa Kibbaa Yuukii Doongi Haan daawwannaa hojiif Magaalaa Finfinnee galaniiru.
Yuukii Doongi Haan wayita…
Dooktar Abiy Ministira Dhimma Alaa Veenzhuuweela waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Rippaabilikii Veenzhuweelaa Boolivaariyaa Ivaan Piintoon waliin mari’ataniiru.…
Bu’aalee galmaa’aan jajjabeessuu fi rakkoolee furuuf ittigaafatama biyyaalessaa qabna-Aadde Loomii…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa bu’aalee galmaa’an jajjabeessuu fi rakkoolee jiran mariin furuuf ittigaafatama biyyaalessaa akka qaban…
Rakkoo dhangaggummaa biyyee naannichaa furuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Rakkoo dhangaggummaa biyyee naannoo Oromiyaa furuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Hooggantoonni sadarkaa Naannoo,…
Obbo Malaakuu Allibal Ambaasaaddara Jarmaan waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allibal Ambaasaaddara Jarmaan Isteefan Awuraa waliin mari’ataniiru.
Mariin isaanii dhimmoota…
Finfinneetti sirreeffamni Taarifa Geejjiba Tajaajila ummataa taasifame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Finfinneetti sirreeffamni Taarifa Geejjiba Tajaajila ummataa taasifamuu Biiroon Geejjibaa Magaalaa Finfinnee beeksiise.
Sirreeffamni kun boru…
Itiyoophiyaa fi Ayerlaandi waliigaltee Deeggarsa Yuuroo miiliyoona 8.4 mallatteessan
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa Itiyoophiyaa fi Ayerlaandi waliigaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 8.4 mallatteessaniiru.
Ministirri Ministeera Maallaqaa…
Obbo Awwal Aarbaan Aanaa Hanruukaatti misooma Muuzii fi Paappayyaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan Aanaa Hanruukaatti misooma Muuzii fi Paappayyaa daawwataniiru.
Lafa oomishaaf oolu laga Awaash…
Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Veenziweelaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Itti Aanaa Ministira Muummee fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Alaa Veenziweelaa Yevaan Giil Piintoo waliin mari'ataniiru.…
Barsiisota ga’umsa qaban horachuuf hojjetamaa jira – Ministeera Barnootaa
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Bara Barnootaa kana sirna barnootaa fooyyeessuu fi Barsiisota ga'umsa qaban horachuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa Beeksise.
Yaa'iin…