Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan baqattootaa fi Kolagaltoota miiliyoona 1 oliif eegumsa taasiisaa jirti jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Yaa’ii Godaantootaa Idil Addunyaaf kan dhiyaatu waadaalee 6 raggaasifte.
Yaa’iin Godaantoota Idil Addunyaa Baatii Muddee 2023…
Sirni kabajaa Guyyaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Nagaan xumuramuu Humni Waloo beeksise
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC)-Finfinnee Addabaabaayii Masqalaatti Sirni Kabajaa Guyyaa Raayyaa Ittisa Biyyaa 116'ffaan nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa fi Tikaa beeksise.…
Itiyoophiyaa Biyyaa Raayyaa Ittisaa qormaata gara injifannootti jijjiiru qabduudha -TKM
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) –Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa guyyaa Raayyaa Ittisaa 116ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.
Itiyoophiyaa Biyyaa Raayyaa…
Raayyaan Ittisa Biyyaa abbaa seenaa dheeraa fi seenaa sanarratti hundaa’uun Itiyoophiyaa kan…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC)-Raayyaan Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa Abbaa seenaa dheeraa fi Seenaa sanarratti hundaa’uun Itiyoophiyaa kan ijaaruudhaa jedhan Ministirri Muummee FDRI…
Birmadummaa Biyyaa kabachiisuu fi nageenyaa amansiisaa ijaaruuf Raayyaa ga’umsaa cimaa qabu ijaaraa…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) –Birmadummaa Biyyaa kabachiisuu fi nageenyaa amansiisaa ijaaruuf Raayyaa ga’umsaa cimaa qabu ijaaraa jirra jedhan Itaamaajooriin Waliigalaa Humna…
Itiyoophiyaan humnaa fi weeraraan fedhii milkeeffattu tokkollee hinqabdu-MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan humnaa fi weeraraan fedhii ishee milkeessitu tokkollee akka hinqabnee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad mirkaneessan.…
Ministeerri Raayyaa Ittisaa biyyaa ergaa baga geessanii dabarse
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Ministeerri Raayyaa Ittisaa biyyaa guyyaa Raayyaa Ittisaa 116ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.
Guyyaan Raayyaa Ittisa Biyyaa…
Guyyaan Raayyaa Ittisaa 116ffaan Magaalaa Shaashamanneetti kabajameera
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC)- Guyyaan Raayyaa Ittisaa 116ffaan mata duree “Raayyaa injifannoo wayita qoramu hundatti cimu” jedhuun Magaalaa Shaashamanneetti kabajameera.
Sirna…
Meeshaaleen kontirobaandii Birri miiliyoona 160 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC)- Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 160 olitti tilamaamamu to’atamuu Pooliiin Federaalaa beeksise.
Meeshaaleen kontirobaandii kunneenis…
Aadde Adaanach Kantibaa magaalaa Atlaantaa waliin dhimmoota hariiroo waloorratti mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Kantibaa magaalaa Atlaantaa Andiree Diikanis waliin dhimmoota hariiroo waloorratti…