Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dodolaatti hojiileen misoomaa qonnaa fi barnootaa daawwatame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)- Godina Arsii Lixaa Aanaa Dodolaatti hojiileen misoomaa qonnaa fi barnootaa hayyoota garaagaraan daawwatame.
Daawwannicharratti Hoogganaa Biiroo…
Haqa waloon nageenyaa waaraaf hojjechuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)- Haqa waloo hariiroo jabessaniin, tokkummaa biyyaalessaa, nageeyaa waaraa fi misoomaaf walta’iinsan hojjechuun akka barbaachisuu Ministeerri Nageenyaa…
Leenjiin Marsaa 2ffaaf hoggansa olaanoo fi giddugaleessaaf kennamaa ture xumurame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016(FBC)- Leenjiin hoggantoota ol'aanoo fi giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa kuma 12 olii giddu galeessa leenjii 10'tti geggeeffama ture xumuramuu Paartichi…
Waltajjiin muuxannoo waljijjiirra BLTO Chaayinaa Afrikaa gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)- Waltajjiin muuxannoo waljijjiirra Barnoota Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa Chaayinaa-Afrikaa Finfinneetti gaggeeffameera.
Waltajjicharratti Ministir…
Boordichi qabiinsa namoomaa shakkamtoota Awaash Arbaatti argamanii daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)- Boordiin Qorannoo Raawwii Labsii Yeroo Ariifachiisaa rakkoo nageenyaa Naannoo Amaaraatti mudatee hordofee qabiinsa namoomaa namoota yakkaan shakkamuun…
Irreechi yeroo 3ffaaf Magaalaa Asoosaatti kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)- Ayyaanni Irreechaa Yeroo Sadaffaaf Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Beenishaangul Gumuz, Magaalaa Asoosaatti kabajameera.
Ayyaana Irreechaa Magaalaa…
Midhaan dheedhii fi zayiitaa kuntaala miiliyoona 34 ol argachuuf karoorfamee hojjetamaa jira-Pir.…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)- Bara omishaa 2015/16 lafa hektaara miiliyoona 2.6 ol irratti inisheetiivota misooma midhaan dheedhii fi zayiitaan oomisha kuntaala miiliyoona 34 fi…
Naannoo Amaaraatti fooyyessi sa’aatii taasifame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)-Naannoo Amaaraatti nageenyi mirkanaa'aa dhufuurraan daangessi sa'aatii kaa'amee ture fooyyeffamuu Komaandi Postiin beeksise.
Hogganaan Biiroo…
Raayyaan haleellaa keessaa fi alarraa aggaamamu fageenyarratti fashaleessu ijaaramaa jira-L/J Yilmaa…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)- Raayyaan haleellaa keessaa fi alarraa Itiyoophiyaarraatti aggaamamu fageenyarratti fashaleessu ijaaramaa jiraachuu Ajaaja Olaanaan Humna Qilleensaa…
Godina Jimmaatti lafa qamadii jallisiin misoomsuuf qabame keessaa hanga ammaatti lafti heektaarri…
Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) - Godina Jimmaatti bara 2016 lafa heektaara kuma 400 irratti qamadii jallisiin misoomsuuf karoorfame keessaa hanga ammaatti lafti heektaarri kuma 52…