Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Binnaalfi Adu’aalem Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Turkii waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2016 (FBC)-Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Binnaalfi Andu’aalem Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Turkii fi Gamtaa Afrikaatti Bakka Bu’aa Dhaabbataa, Baraak…
Obbo Ashaadilii Hasan Aanaa Abiraamootti qamadii misoome daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Beenishaangul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasan Aanaa Abiraamootti qamadii misoomee daawwataniiru.
Wayita daawwannichaattis,…
Mariin gama sadee Hidhaa haaromsaa marsaa 3ffaan Kaayirootti eegale
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2016 (FBC)- Mariin gamsadee dambiiwwanii fi qajeelfamootaa gadi lakkisaa fi guutiinsa bishaan Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa marsaa 3ffaan Ijibti…
Badhaasni Idil addunyaa “Startup” Itiyoophiyaatti gaggeeffamuufi
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2016 (FBC)- Yaa’iin Badhaasa “Startup” Idil Addunyaa Afrikaa Onkololeessa 14-16, 2016 Godambaa Saayinsiitti gaggeeffama.
Yaa’ichas Ministeerri Hojii fi Ogummaa…
Yaa’iin waliigalaa Sinoodosii Mana Amantaa Ortodoksii eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2016 (FBC)- Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaatti dhimmoota sochii amana amantichaa, dinagdee fi hawaasummaarratti mari’achuun murtee kan kennuu…
Magaalota 11 keessatti hojiin sarara raabsaa elektirikii deebisanii ijaaruu Doolara miiliyoona 102‘n…
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2016 (FBC)- Magaaloota 11 keessatti sararaa raabsa elektirikii Doolara miiliyoona 102 ‘n deebisaani ijaaruuf ta’uu Tajaajjili Elektirikii Itiyoophiyaa beeksise.…
Yaalii haleellaa Saayibarii fashaleessuun Birri biiliyoona 23.2 baraaruun akka danda’ame ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2016 (FBC)- Bara 2015’tti yaalii haleellaa saayibarii fashaleessuun Birri biiliyoona 23.2 ol baraaruun akka danda’ame Bulchiinsi Nageenyaa Odeeffanno Biyyaalessaa…
Hoggansi itti quufiinsa ummataa caalmaan guddisuuf akka hojjetu gaafatame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016(FBC)- Leenjiin hoggantoota ol'aanoo fi giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa gaggeeffamaa ture xumurameera.
Xumuramuu leenjichaa hordofee Pireezidaantiin…
Dooktar Abiy bakka shaakala Ispoortii dargaggootaa eebbisiisan
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Finfinnee Kutaa Magaalaa Lidataatti Bakka Shaakala Ispoortii Dargaggootaa eebbisiisaniiru.
Dooktar Abiy…
Nyaata mana barnootaan Finfinneen magaalaa muuxannoon irraa qooddatamu taate filatamte
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)- Sagantaa nyaata mana barnootaan Finfinneen biyyoota birootiin magaalaa muuxannoon irraa qooddatamu taatee filatamuu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa…