Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Boordichi filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa irratti leenjiftoota olaanoof leenjii kennuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa irratti leenjiftoota olaanoof leenjii kennuu eegaleera.
Filannoo…
Agarsiisa garaagaraa Ajaja duultoota addaa humna Qilleensaa
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Ajajni duultoota Addaa guyyaa hundeeffama isaa waggaa 65ffaa sababeeffachuun agarsiisa loltummaa gaggeessaa jira.
Ajajichi Qilleensaarraa,…
Tajaajila loojistiksii diijitaalessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira
Finfinnee Guraandhala 13, 2018(FMC)- Geejjibni Galaanarraafi Loojistiksii Itiyoophiyaa tajaajila loojistiksii diijitaalessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe.
Hojii Raawwachiisaa…
Boordichi Walgaltee Tumsa Biyyaalessaa ragalee sobaa ittisuu dandeessisu ifoomse
Finfinnee, Guraandhala 13, 2018 (FMC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Waligattee Tumsa Biyyaalessaa ragaalee sobaa fi burjaajessoo filannoon wal qabatan ittisuuf…
Hojjettoonni boba’aa seeraan ala gurguran lama hidhaa cimaa fi maallaqaan adabaman
Finfinnee, Guraandhala 13, 2018 (FMC) - Naannoo Oromiyaa magaalaa Moojootti hojjetoonni raabsaa boba'aa karaa seeraan alaan utuu boba'aa buusanii qabaman lama hidhaa cimaa fi maallaqaan…
Adwaan eenyummaa dhugaa yeroo hundaati-Obbo Hayiluu Addunyaa
Finfinnee Guraandhala 13, 2018(FMC)- Adwaan eeenyummaa dhugaa Itiyoophiyaanootaa yeroo hundaati jedhan Hoggaanaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo Hayiluu Addunyaan.
Waltajjiin marii…
Shakkamaan Sanada wabii sobaan Baankiilee garaagaraarraatti yakka malaammaltummaa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Shakkamaan Sanada wabii sobaan Baankiilee garaagaraarraatti yakka malaammaltummaa cimaa Birrii miiliyoona 89 raawwachuun barbaadamaa ture waahillan…
Ergaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa
Har'as turtii keenya Wallaggaa ittifufuun, Looreeta Nagaa Addunyaa Mummee Ministiraa keenya Abiyyi Ahimad (PhD)’fi jila isaanii waliin ta’uun ijaarsa Indaastirii Nyaataa Qindaa'aa Buusaa…
Boqonnaan harka namaa ilaaluufi biyya biraa irraa qamadii kadhatanii jiraachuu cufamaa jira- Obbo…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Boqonnaan harka namaa ilaaluufi biyya biraa irraa qamadii kadhatanii jiraachuu cufamaa jira jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Sirni owwaalchaa obbo Amaan Fissahatsiyoon raawwatame
Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Sirni owwaalchaa hundeessaa fi hoji geggeessaa duraanii Televiizyina EBS obbo Amaan Fissahatsiyoon raawwatameera.
Sirnichi bakka awwaalchaa…