Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareewwan Hojii Ajandaa Adeemsa Marii Ifatti Jalqaban
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) – Yaadotni marii gareewwan tarsiimawaatiin ijaaramanii dhihaatan garee hojii ajandaa miseensota 500 qabuuf dhihaachuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa…
Dooktar Iyyoob Takkaaliny Godina Faagitaa Lakoomaatti hojii misooma koriidarii baadiyyaa…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) – Bulchaan Baankii Biyyoolessaa Itiyoophiyaa Dooktar Iyyoob Takkaaliny Godina Bulchiinsa Saba Awwii Aanaa Faagitaa Laakoomaa, Ganda Nachalaatti hojii…
Pirojektoota qulqullinaan xumuruun aadaafi ibsituu mootummaa ida’amuuti- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) – Pirojektoota jalqabuun qulqullinaan xumuruun aadaafi ibsituu mootummaa ida’amuuti jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa.
Obbo…
Dooktar Abiy Ahimad Baahir Daaritti hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018( FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Baahir Daaritti hojiilee misoomaa daawwataniiru.
Ministirri Muummee…
Mootummaan hannaa fi seer-maleessummaa ittisuuf tarkaanfii cimaa fudhataa jira – TKM
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) - Mootummaan hannaa fi seer-maleessummaa ittisuuf tarkaanfii cimaa fudhataa jira jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa.
Tajaajilichi ibsa baaseen,…
Terminaalichi tajaajila mijataafi si’ataa kenna- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) – Terminaalli haaraan buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Dajjaazmaach Balaay Zallaqaa tajaajila mijataa fi si’ataa kenna jedhan Ministirri Muummee RDFI…
Dooktar Abiy Ahimad terminaala haaraa buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Dajjaazmaach Balaay Zallaqaa…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Baahir Daaritti terminaala haaraa buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Dajjaazmaach Balaay Zallaqaa eebbisaniiru.…
Tajaajilli Tola Ooltummaa gara aadaa dhaabbilee ta’uutti ce’eera- Dooktar Habtaamuu Ittafaa
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) – Tajaajilli Tola Ooltummaa waqtii Gannaa gara aadaa dhaabbilee ta’uutti ce’eera jedhan Ministirri Ministeera Bishaaniifi Inarjii Dooktar Habtaamuu…
Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Baahir Daar galan
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon magaalaa Baahir Daar galaniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Balaa hir’suuf tumsi hawaasaa murteessaa dha
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) - Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti sagantaan sosochii torbee nageenya tiraafikaa dhaadannoo " Balaa Tiraafikaa Lubbuu namaa fi qabeenya irra dhaqqabaa jiru…