Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan kurmaana 1ffaa xumurame keessa hojiilee Dippiloomaasii bu’aa qabeessa galmeessite –…
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan kurmaana 1ffaa xumurame keessa hojiilee hariiroo waloo fi Dippiloomaasii hunda galeessa bu’aa qabeessa ta’e raawwachuu Ministeerri…
Manneen murtii haqa qabeessa, bilisaa fi walaba ta’uun tajaajila akka kennan qophiin taasifameera…
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC)- Manneen Murtii Federaalaa haqa qabeessa bilisaa fi walaba ta’uun tajaajila akka kennan qophiin taasifamuu Pireezidaantiin Manneen Murtii Waliigalaa…
Hiriyoota waliin qo’achuun qormaata kutaa 12ffaan qabxii olaanaa galmeessan
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC) – Magaalaa Naqamteetti hiriyoonni lamaan waliin qayyabachaa turan qormaata biyyaalessaa kutaa12ffaan qabxii olaanaa galmeessan.
Barattootni Mana…
Itiyoophiyaan gabaasa Koomishiniin Ogeeyyii Mirga Namoomaa baasee akka hinfudhanne ibsite
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan gabaasa Koomiishiniin Ogeeyyii Mirga Namoomaa Idil Addunyaa baasee akka hinfudhanne beeksiste.
Koomishiniin Ogeeyyii Mirga Namoomaa…
Dhaabbanni Walta’iinsa Idil Addunyaa Jaappaan Itiyoophiyaatti hojiilee teeknooloojii ka’umsaa akka…
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Dhaabbanni Walta’iinsa Idil Addunyaa Jaappaan (JICA) Itiyoophiyaatti hojiilee teeknooloojii ka’umsaa tumsuun damee dhuunfaa cimsuuf akka hojjetu ibse.…
Obbo Ahimad Shideen Daayrektara Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa walii mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeeraa Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee fi Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Maammoo Mihiratuun Daayrektara Dhaabbata Maallaqaa…
Barana loltootaa duraanii kuma 200tti dhiyaatan hawaasatti makuuf karoorfameera
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Barana loltoota duraanii kuma 200’tti dhiyaatan hawaasatti makuuf karoorafamuu Koomishiniin Haaromsa Biyyaalessaa beeksise.
Komishinarri Olaanaa…
Koomiishinichi hojiilee gaggeessaa jiru ilaalchisee hawaasa Idil Addunyaaf ibsa taasise
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Koomiishiniin Marii Biyyaalessaa hojiilee gaggeessaa jiru ilaalchisee hawaasa idil addunyaaf ibsa taasiseera.
Komishinarri Olaanaa Komishinichaa…
Hojiin lammiilee Sudaan jiran biyyatti deebisuu cimee kan itti fufu ta’uun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Rakkoo Sudaanitti mudateen walqabatee lammiilee Itiyoophiyaa rakkoo keessa jiran gara biyyaatti deebisuuf hojjetamaa jiru cimee kan itti fufu ta’uu…
Itiyoophiyaa fi BRICS gidduutti mariin walta’iinsa diinagdee cimsuu gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Biyyoota miseensota BRICS gidduutti mariin walta’iinsa diinagdee cimsuuf dandeessisu gaggeeffameera.
Hinditti Ambaasaaddarri…