Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannaawi horsiisee bulaa Cinaaksaan fuula seenaa haaraatti cehaa jira-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)-Naannaawi horsiisee bulaa Cinaaksaan fuula seenaa haaraatti cehaa jiraachuu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan dubbatan.…
Naannoo Hararitti Qamadiin lafa hektaara 470 ol irratti misoomaa jira jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC) – Naannoo Hararitti Qamadiin lafa hektaara 470 ol irratti misoomaa jiraachuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksiiseera.
Naannichatti yeroo 2ffaaf…
Dooktar Abiy kaffaltoota Gibiraa amanamoo ta’aniif beekkamtii fi badhaasa laatan
Finfinnee, Onkololeesa 1, 2016 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad kaffaltoota Gibiraa bara 2015 dirqama isaanii ba'aniif beekkamtii fi badhaasa laataniiru.
Kaffaltoota…
Jarman Itiyoophiyaaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 10 taasiifte
Finfinnee, Onkololeesa 1, 2016 (FBC) - Mootummaan Jarmanii fi Itiyoophiyaatti sagantaan Nyaataa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Itiyoophiyaaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 10 taasiisaniiru.…
Ayyaanoonni Ummataa tokkummaa, nageenyaa fi misooma biyyaalessaaf – TKM
Finfinnee, Onkololeesa 1, 2016 (FBC) - Ayyaanoonni Ummataa baatii Fulbaanaa keessa duudhaa isaanii eeguun kabajaman tokkummaa biyyaalessaa calaqqiisiisuun nageenya lallabuun xumuramuu…
DhMG Buqqaatii Itiyoophiyaa keessaa ittisuuf deeggarsa akka taasisu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC)- Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii buqqaatii Itiyoophiyaa keessaa ittisuuf kan dandeessisu deeggarsa akka taasisu beeksise.
Ministir Deetaan…
Argisiisni Idil Addunyaa Konistraakshinii Finfinneetti baname
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC)- Argisiisni konistiraakshinii Idil-Addunyaa ’Ethio Con’ 17ffaan Magaalaa Finfinneetti banameera.
Argisiisichi Giddugalaa Egzibishiinii magaalaa…
Daandii Qilleensaa Naayijeeriyaa hundeessuuf mootummaa biyyattii waliin hojjetamaa jiraachuu…
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC)- Daandii Qilleensaa Biyyaalessaa Naayijeeriyaa hundeessuuf Mootummaa Naayijeeriyaa haaraa hundeeffame waliin hojjetamaa jiraachuu Hoji Gaggeessan…
Deeggarsi Godaantootaa fi biyyoota Godaantoota simataniif taasiifamu cimee akka itti fufu…
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC) – Walga’iin Hojii Raawwachiiftootaa Komishinii Godaantootaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 74ffaan Siwiizarlaandi Jeneevaatti gaggeeffamaa jira.…
Raayyaan Ittisaa Itiyoophiyaa Birmadummaan ishee eegame dhaloota ittaanutti dabarsuu qaba -L/J…
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC)- Leetenaal Jeneral Birhaanu Baqqalaan Hoggantoota olaanoo Ajajichaa waliin raawwii dirqamaa ajajichaa irratti mari’ataniiru.
Marichaan seenaa bara…