Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guddina biyyaa tokkoof sirni Haqaa Cimaan murteessaadha – Obbo Gazaalii Abbaa Simal
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Guddina biyyaa tokkoof sirni haqaa cimaan murteessaa ta’uu Pireezidaantii Mana Murtii Waliigalaa Obbo Gazaalii Abbaa Simal ibsaniiru.
Inistiityuutiin…
Obbo Dammaqaan Dhaabbanni Godaantootaa Idil Addunyaa deeggarsa Itiyoophiyaaf taasisu akka guddisu…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Dhaabbanni Godaantootaa Idil Addunyaa deeggarsa Itiyoophiyaaf…
Obbo Geetaachoon Yuunivarsiitii Maqaleetti argamuun barattoota kutaa 12ffaa qoramaa jiran daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaan Yuunivarsiitii Maqaleetti argamuun barattoota kutaa 12ffaa qoramaa jiran…
Dooktar Abiy AgarsiisaTurizimii fi Hospitaaliitii biyyaalessaa banan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad agarsiisa Turizimii fi Hospitaaliitii biyyaalessaa bananiiru.
Lammiileen Itiyoophiyaa hundi qabeenya…
Magaalaan Finfinnee sagantaa misooma ijoollummaa jalqabaan muuxannoo qoodde
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Magaalaan Finfinnee sagantaa misooma ijoollummaa jalqabaan naannoleef muuxannoo qooddeerti.
Sagantaa kanarratti Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo…
Itiyoophiyaa fi Noorweey waliigaltee deeggarsa Doolaara miiliyoona 25 mallatteessan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaa fi Noorweey waliigaltee deeggarsa Doolaara miiliyoona 25 mallatteessaniiru.
Ministeer Deetaan Ministeera Maallaqaa Aadde Samariitaa…
Sagantaan beekkamtii kennuu kaffaltoota gibiraa marsaa 5ffaan gaggeeffamuufi
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Sagantaan beekkamtii kennuu kaffaltoota gibiraa marsa 5ffaan Onkoloolessa 1, 2016 kan gaggeeffamuu ta’uu Ministeerri Galiiwwaanii beeksiisee.…
Manni maricha karoora dhiyaate qorachuun raggaasise
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii Idilee 1ffaa bara Paarlaamaa 6ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessaa jiruun karoora dhiyaate qorachuun raggaasiiseera.…
Naannoo Tigraayitti qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaaa kennamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Naannoo Tigraayitti qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaaa kennamaa jiraachuu ibsameera.
Barattoonni kumni 9 fi 514 qormaata biyyaaleessaa kutaa 12ffaa…
Magaalaan Finfinnee miseensa Koree raawwachiisaa Imaammata sagantaa nyaataa Miilaa ta’uun…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Magaalaan Finfinnee Afrikaarraa miseensa Koree raawwachiiftuu Imaammata sagantaa nyaataa Miilaan ta'uun filatamteerti.
Dabalataan Afrikaarraa magaalli…