Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan fudhatamummaa damee dippilomaasiin argatte faayidaa Afrikaanotaaf akka dhaabbatuu…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC)- Ityoophiyaan fudhatamummaa damee dippilomaasiin argattetti fayyadamuun waltajjilee damee hedduu irratti ofirraa dabartee faayidaa Afrikaanotaaf akka…
Olaantummaa seeraa kabachiisuun nageenya waaraa mirkaneessuun xiyyeeffannoo mootummaat…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC)- Olaantummaa seera kabachiisuun nageenya waaraa mirkaneessuun xiyyeeffannoo olaanaa mootummaan bara kana qabate ta’uu Pireezidaantiin FDRI Saahilwarqi…
Qormaatilee mudatan carraatti jijjiruun bu’aa galmeessuun milkaa’inaa olaanaadha-Pir. Saahilawarqi
Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC) - Qormaatilee fi gufuulee mudatan gara carraatti jijjiruun bu’aa galmeessuun milkaa’inaa olaanaa ta’uu Pireezidaantiin Itiyoophiyaa Saahilawaqrqi Zawudeen…
Shawaa Lixaatti lafa hektaara kuma 238 ol qamadii Jallisiin misoomsuuf facaasaan eegalame
Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC) – Godina Shawaa Lixaatti lafa hektaara kuma 238 ol qamadii Jallisiin misoomsuuf facaasaan Aanaa Ilfataatti eegalameera.
Akka Godina Shawaa Lixaatti…
Manni Marichaa federaaliizimii Fiiskaalaa sadarkaa fooyya’aatti ceesisuuf hojjetamaa jiraachuun…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC)- Manni Maree Federeeshinii Federaaliizimii Fiiskaalaa gara sadarkaa fooyya’aatti ceesisuud hojjetamaa jiraachuu Walitti Qabaan Koree Dhaabbii Dhimmoota…
Koreen dhaabbii dhimmoota Eenyummaa, Bulchinsa Daangaa fi Ijaarsa Nageenyaa mari’achaa jira
Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC)- Mana Maree Federeeshiniitti Koreen Dhaabbii Dhimmoota Eenyummaa, Bulchinsa Daangaa fi Ijaarsa Nageenyaa dhimmoota garaagaraarratti mari’achaa jira.…
Qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ifoome
Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC)- Qabxiin Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa ifoomuu Ministeerri Barnoota beeksise.
Ministirri Ministeera Barnoota Piroofessar Birhaanuu Naggaan…
Sirni baniinsa Paarlaamaa fi Mana Maree Federeeshinii har’a gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC) – Sirni baniinsa hojii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Mana Maree Federeeshinii bara hojii 3ffaa waggaa 6ffaan har’a ni gaggeeffama.
Sirna baniinsa…
Giddugalli beekumsa Kaayizanii hunda’uun ce’umsa beekumsaaf gahee olaanaa akka bahatu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Giddugalli beekumsa Kaayizanii Itiyoophiyaatti hunda’uun Afrikaanota gidduu ce’umsi beekumsaa akka jiraatuuf gahee olaanaa akka bahatu Ittaanaan Muummee…
Waltajjiin marii qorannoo tarsiimoo ga’umsa daa’imummaan duraa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Waltajjiin marii qorannoo tarsiimoo ga’umsa daa’imummaan duraa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar…