Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni Irreeffannaa Hora Arsadee eegaleera
Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Erga Abbaan Malkaa eebbisee, Eebba Abbootii Gadaan itti fufuun sirni Irreeffannaa saaqameera.
Irreecha Hora Arsadee Bishooftuutti har’a kabajamaa…
Dura bu’ummaa Abbootii Gadaan Hirmaattoonni Irreechaa gara Hora Arsadeetti imalaa jiru
Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)-Ayyaana Irreecha Horaa Arsadee Magaalaa Bishooftuutti har’aa kabajamuuf hirmaattoonni gara bakka irreeffannaatti imalaa jiru.
Hirmaattonni Abbootii…
Obbo Dammaqaan Seenaatara Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Seenaatara Ameerikaa Maayik Roondisin waliin mari'atan
Haala…
Ajajni giddu galeessaa dirqama isaa ga’umsaan itti fufee jira – Jeneraal Ababaaw…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Ajajni giddu galeessaa dirqama isaa ga'umsa olaanaan itti fufaa jiraachuu Itti Aanaan Itaamaajoorii Humna Waraanaa Waliigalaa Jeneraal Ababaaw Taaddasaan…
Irreechi Hora Finfinnee irree guddummaa Oromoo karaa mirkaneesseen miidhaginaa fi faay’ameen…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Irreechi Hora Finfinnee irree guddummaa Oromoo karaa mirkaneesseen nagaa fi tasgabbiin kabajamuu Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee…
Irreechi Hora Finfinnee akkaataa duudhaa aadaa eegeen xumurame – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Irreechi Hora Finfinnee akkaataa duudhaa aadaa eegeen kabajamee xumuramuu ibsan.
Aadde Adaanach…
Pireezidaanti Shimallis Irreechi Hora Finfinnee duudhaa aadaa eegee akka kabajamu qaamolee itti…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Irreechi Hora Finfinnee duudhaa aadaa eegee akka kabajamu qaamolee itti gaafatamummaa…
Irreechi Hora Finfinnee nagaan xumurame – Humna Waloo Nageenyaa
Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Irreechi Hora Finfinnee rakkoo tokko malee nagaan xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksise.
Ayyaanni lammiileen miiliyoonaan lakkaawwaman…
Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ummanni Oromoo booruu…
Irreechi galma Araaraa fi Nageenyaa, Dirree Miidhaginaa fi Kuusaa Aadaati – Hirmaattoota
Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Irreechi galma Araaraa fi Nageenyaa, Dirree Miidhaginaa fi Kuusaa Aadaati jedhan Hawaasni Irreecha Hora Finfinneerratti hirmaatan.
Seenaan badda…