Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miira ummataa daawwaannaa Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Jimmaa fi Beenchii…
'Naannawaa ummanni jaalalaan guutameedha, jaalaala isaanii qooddannee, nyaata nyaannee, kan argine hundaarra gammachuu argannee, oolmaan keenya milkaa’aa ture’ – MM Dooktar Abiy Ahimad…
Naannichatti hojiirra oolmaa karoora guyyoota 100 irratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC) – Naannoo Giddu Galeessa Itiyoophiyaatti hojiirra oolmaa karoora guyyoota 100 irratti magaalaa Hoosaa’inaatti mariin gaggeeffamaa jira.
Itti Aanaa…
Korporeeshinichi Magaalaa Adaamaatti ijaarsa Manneen Barnootaa eegalchiise
Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC) – Korporeeshiniin Indaastirii Paarkiwwanii Magaalaa Adaamaatti Manneen Barnootaa idileen duraa, sadarkaa jalqabaa fi sadarkaa 2ffaa ijaaruuf dhagaa…
Haleellaan gareen Alshabaab qaqqabsiisuuf ture fashalaa’e
Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC) – Haleellaan gareen Alshabaab qaqqabsiisuuf ture Raayyaa Ittisaan fashalaa’uu ibsameera.
Garichi naannoo Somaalee aanaa Dolloo Addootti haleellaan…
Jilli Obbo Bariisoon durfamu aanaa Botor Xollaayitti Boqqoolloo Kilaasteraan misoomaa jiru daawwate
Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Bariisoo Fayyisaan durfamu Godina Jimmaa aanaa Botor Xollaayitti Boqqoolloo Kilaasteraan misoomaa…
Irreechi Faajjii Tokkummaa fi Obbolummaati – Gumii Balal marsaa 34ffaa
Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC) – Mariin Gumii Balal marsaa 34ffaan haala kabaja Ayyaana Irreecha Hora Finfinnee fi Harsadii bara 2016 irratti gaggeeffamaa jira.
Gumiin Balal marsaa…
Qorannoon Dizaayinii Pirojektii misooma jallisii Ada’aa-Bachoo xumuramuun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC)- Baasii Birri biiliyoona 4’n kan ijaaramu pirojektii misooma jallisii Ada’aa-Bachoof qorannoon dizaayinii xumuramuu Ministeerri Jallisii fi Naannawaa…
Korporeeshiniichi Magaalaa Adaamaatti Mana Barnoota ijaarsisuuf dhagaa bu’uuraa kaa’e
Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC)- Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa Bulchiinsaa Magaalaa Adaamaa waliin ta’uun mana barnoota Birrii miiliyoona 100 ijaarsiisuuf…
Yaa’iin misooma humna namaa fi carraa hojii uumuu Afrikaa 2ffaan gaggeeffama jira
Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC)- Sadarkaa Ardiitti Yaa’iin Misooma Humna Namaa fi Carraa Hojii uumuu Afrikaa 2ffaan Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa’iichi mata dure…
Imaammata Nageenya saayibarii biyyaalessaarratti mari’atame
Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC)-Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo wixinee “Imammata nageenya Saayibarii biyyaalessaa” irratti qaamolee garaagaraa waliin mari’ateera.
Maricharratti,…