Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hariiroon Itiyoophiyaafi Giriik cimee itti fufa- Obbo Taaggasaa Caafoo
Finfinnee, Ebla 17, 2017(FMC)- Hariiroon Itiyoophiyaafi Giriik cimee kan itti fufa ta’uu Af-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoon ibsan.
Hariiroon…
Oromiyaatti qonna bara kanaaf xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 5 ol yuuniyeenotaafi waldaaleeff…
Finfinnee, Ebla 17, 2017(FMC)- Naannoo Oromiyaatti bara oomishaa 2017/18’f xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 5 fi kumni 500 yuuniyeenotaafi waldaalee bira gahuun ibsameera.
Naannichatti…
Garee finxaalessaa nama ukkaamsuu fi ajjeesuun miidhaa geessisaa jirurratti tarkaanfiin cimaan…
Finfinnee, Ebla 17, 2017(FMC)- Garee finxaalessaa nama ukkaamsuu fi ajjeesuun adeemsa baruu fi barsiisuu jeequun barsiisotarratti miidhaa geessisaa jirurratti tarkaanfiin cimaan fudhatamaa…
Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa Paarkii Biyyaalessaa Gaarreen Baalee daawwatan
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa teessoo isaanii Magaalaa Finfinnee godhatan Paarkii Biyyaalessaa Gaarreen Baalee daawwataniiru.
Itiyoophiyaatti…
Ergaa Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) –Itti Aanaa Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa obbo Adam Faaraah raawwii hojii baatiwwan saglan darbanii ilaalchisee ergaa dabarsaniiru.
Bara 2017…
Manni Maree ce’umsa Qonna Oromiyaa dhimmoota gooroo ce’umsa qonnaa adda baasuu irratti…
Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) –Manni Maree ce'umsa Qonna Oromiyaa dhimmoota gooroo ce'umsa qonnaa adda baasuu irratti shoora olaanaa taphachuu Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa…
Sagantaa Misooma Seeftineetii magaalootaan Birriin biiliyoonni 3.8 lammiilee miiliyoona 1.18’f…
Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) – Sagantaa Misooma Seeftineetii magaalootaan Birriin biiliyoonni 3.8 lammiilee miiliyoona 1.18’f darbuu Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa…
Qophiilee ayyaana hundeeffamaa Poolisii Federaalaaf uummanni akka tumsu gaafatame
Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) – Guyyaan hundeeffama Komishinii Poolisii Federalaa waggaan116ffaan Ebla 19 hanga 26/2017tti akka kabajamus ibsame.
Dubbii himaan Komishinichaa Gargaaraan…
Ministirri Maallaqaa Ahimad Shiideen Daayrektera olaana Fandii Misooma Sa’uudi Arabiyaa waliin…
Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) – Ministirri Maallaqaa Ahimad Shiidee walga'ii Dhaabbata Maallaqaa Idil Addunyaa cinatti, Daayrektara olaanaa Fandii Misooma Sa'uudi Arabiyaa Sulxaan…
Itiyoophiyaan inveestimeentiin Chaayinootaaf mijattuu dha jedhame
Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) –Itiyoophiyaan damee inveestimeentiin abbootii qabeenyaa Chaayinaaf mijattuu ta’uu Ministirri Muummee Itti Aanaan Tamasgeen Xirunaan ibsan.
Obbo Tamasgeen…