Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiileen Bu’uuraalee misoomaa lammiilee kan giddugaleeffataniidha – Aadde Caaltuu Saanii
Finfinnee Ebla 15, 2018 (FMC) - Hojiileen bu’uuraalee misoomaa Itiyoophiyaattii hojjetamaa jiran lammiilee kan giddugalaeeffataniifi kutaalee hawaasaa hirmaachiisaniidha jedhan Ministirri…
Godina shawaa bahaa Aanaa Gumbichuu Magaalaa Caffee Doonsaatti Tajaajilli Giddu-gala Tokkoo egalame
Finfinnee, Ebla 15, 2018(FMC)- Godina shawaa Bahaa Aanaa Gumbichuu magaalaa Caffee Doonsaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob tajaajilaaf banaa ta'eera.
Giddugalli kun tajaajiloota…
Ministirri Muummeen Dooktar Abiy Ahimad Gamtaa Afrikaatti Dursaa Damee Hubannoo Namtolcheefi Fayyaa…
Finfinnee Ebla 15, 2018(FMC) - Ministirri Muummeen Dooktar Abiy Ahimad Gamtaa Afrikaatti dursaa damee Hubannoo Namtolcheefi Fayyaa Dijiitaalaa ta'anii muudamaniiru.
Muudamni kun kan…
Hojiileen kalaqaa guddina Afrikaaf yeroo mara bu’uura-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Ebla 15, 2018 (FMC)- Hojiileen kalaqaa guddina Afrikaaf yeroo mara bu’uura jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Dooktar Abiy Ministira Dhimma Alaa fi Walta’iinsa Idil Addunyaa Jibuutii waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla, 15, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa fi Walta’iinsa Idil Addunyaa Jibuutii Abdulqaadir Huseen Omaar waliin mari’ataniiru.…
Waggoottan 8 darban hojiileen uummataafi biyya fayyadan hojjetamaniiru- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Ebla 14, 2018 (FMC) – Waggoottan 8 darban hojiileen uummataafi biyya fayyadan hojjetamaniiru jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Itti gaafatamaan Giddugala Ijaarsa…
Dhaabbileen mootummaa Ameerikaa ijaarsa buufata xiyyaaraa idil-addunyaa bishooftuuf….
Finfinnee, Ebla 14, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan ijaarsa buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Bishooftuuf dhaabbilee mootummaa Ameerikaa, dhaabbilee faayinaansii gurguddoo fi dhaabbilee beekamoo…
Itiyoophiyaan invastimantiifi tumsaaf biyya filatamtuu ta’aa dhufteetti – Dooktar Geediyoon…
Finfinnee, Ebla 14, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan invastimantiifi tumsaaf biyya filatamtuu ta’aa dhufteetti jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos.
Ministirri…
Walga’iin garee hojii miseensummaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa Itiyoophiyaa Jeeneevaatti…
Finfinnee, Ebla 14, 2018 (FMC) – Walga’iin garee hojii miseensummaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa Itiyoophiyaa Siwiizarlaand Jeeneevaatti gaggeeffamuu eegaleera.
Ministirri Daldalaafi…
Tajaajilli Giddugala Tokkoo Socho’aan Masoob Afrikaa irraa kan jalqabati- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Ebla 14, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa kan eebbifame Tajaajilli Giddugala Tokkoo Socho’aan Masoob Afrikaa irraa kan jalqabati jedhan.…