Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan teeknooloojii Niwukilaaraa dameewwan fayyaaf, qonnaa fi dhiyeessii anniisaaf fayyadamuu…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan teeknooloojii Niwukilaaraa dameewwan fayyaaf, qonnaa fi dhiyeessii anniisaaf fayyadamuu akka barbaaddu Ministirri Ministeera Innooveeshinii…
Naannoo Somaaleetti gamaaggamni hoggantoota olaanoo gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 21, 2015 (FBC)- Gamaaggamni hoggantootaa olaanoo fi giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti…
Hanga ammaatti xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 10.8 qonnaan bulaaf raabsame – Ministeera…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2015 (FBC) – Hanga ammaatti xaa'oon biyyoo kuntaalli miiliyoonni 10.8 qonnaan bulaaf raabsamuu Ministeerri Qonnaa beeksiseera.
Ministirri Ministeera Qonnaa…
Komishiniin Gumrukaa Bulchiinsa Gumrukaa Raashiyaa waliin waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Adoolessa 21, 2015 (FBC) – Komishiniin Gumrukaa sirna beeksise gatii saffisiisuuf Bulchiinsa Gumrukaa Raashiyaa waliin sanada waliigaltee mallatteesseera.
Komishinarri…
DhMGtti Biiroon Tajaajila Proojektii Naannoo Tigraayiif Xaa’oo kuntaala kuma 9 fi 500 deeggarsa…
Finfinnee ,Adoolessa 21 ,2015 (FBC)- Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Biiroon Tajaajila Piroojektii Naannoo Tigraayiif xaa’oo biyyoo kuntaalaa kuma 9 fi 500 dabalatee deeggarsaa…
Bu’aan Qormaata kutaa 8ffaa sadarkaa magaalaa Finfinnee ifoome
Finfinnee, Adoolessa 21, 2015 (FBC) – Bu’aan Qormaata kutaa 8ffaa sadarkaa magaalaa Finfinnee bara 2015 ifoomeera.
Hogganaan Biiroo Barnoota Magaalaa Finfinnee Dooktar Zalaalam Mulaatuun…
Adeemsa ajandaalee walitti qabuurratti qaamoleen hirmaataan adda baafaman
Finfinnee, Adoolessa 21, 2015 (FBC)- Koomishiniin Marii Biyyaalessaa hojiilee ajandaalee walitti qabuu bulchiinsaa magaalotaa fi naannoleetti gaggeessuuf qaamolee garaagaraa hirmaatan addaa…
Koomiishinar Lalisee Nameen qondaaltota olaanoo dhaabbata Voolsi Waagan waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 21, 2015 (FBC)- Komishinarri Koomishinii Invastimantii Ityoophiya Lalisee Namee fi Ittaanaan Koomiishinaraa Daani’eel Tarreessaan, Afrikaatti qondaaltota dhaabbataa…
Faawundeeshiniin Haacaaluu jiraattoota Naannoo Somaalee irraa Shiraan buqqa’aniif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Adoolessa 21, 2015 (FBC) – Faawundeeshiniin Artiist Haacaaluu Hundeessaa Jiraattoota Naannoo Somaalee irraa Shiraan buqqa’anii Kutaa Magaalaa Bishaan Gurraachaa jiraniif deeggarsa…
Masaraa mootummaa Suulxaana Aliimiraa Hanfiree haaressuun Seenaa Afaar irraa deebiin haaressuudha…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2015 (FBC)- Masaraa mootummaa Suulxaana Aliimiiraa Hanfiree haaressuun Seenaa Afaar irra deebiin haaressuudha jechuun Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan…