Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Kibbaatti xaa’oon kuntaalli 573 seeraan aladaddabarfamaa ture to’atame
Finfinnee, Adoolessa 21, 2015 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibbaatti xaa’oon biyyoo kuntaalli 573 seeraan ala daddabarfamaa ture to’atamuu ibsameera.
Xaa’oon to’atame murtoo Mana Murtii…
Ityoophiyaa fi Raashiyaan hariiroo miidiyaa fi Kominikeeshinii walitti dhufeenya isaanii sirriitti…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Ityoophiyaa fi Raashiyaan hariiroo miidiyaa fi Kominikeeshinii walitti dhufeenya isaanii sirriitti calaqqisu qabaachuu akka qaban Tajaajilli…
Bara 2016 eegalee qormaanni seensa Digrii 2ffaa laatamuufi jedhame
Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Bara 2016 eegalee qormaanni seensa Digrii 2ffaa sagantaalee hundaan laatamuuf ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Ministeerri barnootaa sosochii…
Moobaayiloonni hataman suuqiwwaan eeyyama daldalaa seera qabeessa ta’an keessatti…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Moobaayiloonni iddoolee garaagaraa hataman suuqiwwaan eeyyama daldalaa seera qabeessa ta'an keessatti to'atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Ministeerichi Xaa’oon biyyoo Jibuutii fe’amee Finfinnee qaqqabe saffisaan naannoleef akka raabsamu…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) –Xaa’oon biyyoo Jibuutii fe’amee Finfinnee qaqqabe saffisaan naannoleef akka raabsamu Ministeerri Qonnaa Hubachiise.
Ministir Deetaan Ministeera Qonnaa…
Godina Harargee Lixaatti Inisheetiviin Misooma Ruuzii eegalame
Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti Inisheetiviin Misooma Ruuzii eegalamuu Waajjirri Qonna Godinichaa beeksiise.
Godina Harargee Lixaa bara kana lafa hektaara…
Baankiin Addunyaa fi Ityoophiyaan waliigaltee deeggarsa Doolaara miiliyoona 400 mallatteessan
Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Baankiin Addunyaa waliigaltee deeggarsa Doolaara miiliyoona 400 mallatteessaniiru.
Ministirri ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee waliigalticha…
Naannichi bara baajataa 2015 galii Birrii biiliyoona 5 ol walitti qabuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Biiroon Galiiwwanii naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa bara baajataa 2015 galii Birrii biiliyoona 5 ol walitti qabuu beeksiseera.
Biirichi…
Manni Maree magaalaa Dirree Dhawaa yaa’ii idiilee 6ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa magaalaa Dirre Dhawaa yaa’ii idilee 6ffaa bara hojii 2ffaa waggaa 3ffaa gaggeessaa jiraachuun ibsame.
Manni marichaa gabaasa…
Gumiin biyyaalessa Hararii yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 2ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Gumiin biyyaalessa Hararii yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 2ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Gumichi qaboo yaa’ii yaa’ii idilee 1ffaaa, gabaasa…