Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gumiin biyyaalessa Hararii yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 2ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Gumiin biyyaalessa Hararii yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 2ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Gumichi qaboo yaa’ii yaa’ii idilee 1ffaaa, gabaasa…
Oromiyatti bara kana barattoota miiliyoona 7.5’f nyaata dhiyeessuuf karoorfame
Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2016 barattoota miiliyoona 7.5'f manneen barnootatti nyaata dhiyeessuuf karoorfamuu Biiroon Barnoota Oromiyaa…
Jilli Ityoophiyaa Magaalaa Kaayiroo haaraa ijaaramaa jiru daawwate
Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa magaalotaa fi Dhaabbilee garaagaraarraa walitti babba’an Magaalaa Kaayiroo haaraa ijaaramaa jiru daawwateera.
Jilichi Kantibaa…
Ministirri Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Daayrektara Olaanaa FAO waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 19, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa (FAO) Kuu Doongiyuu waliin haala…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Pireezidaantii Seeraaliyoon waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 19, 2015 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Pireezidaantii Seeraaliyoon Dooktar Juuliyas Maadaa Biyoo waliin…
MM Dooktar Abiy Gootota Leeniin Giraadiif ilillii kaa’an
Finfinnee, Adoolessa 19, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad siidaa yaadannoo wareegamtoota Waraanaa Addunyaa 2ffaa gootota Leeniin Giraadiif ilillii kaa’aniiru.
Muummeen…
Yaa’ii sirna soorataa DhMG irratti hirmaannaan Ityoophiyaa milkaa’aa ture- Dooktar Laggaasaa Tulluu
Finfinnee, Adoolessa 19, 2015 (FBC)- Yaa’ii Sirna Soorataa Dhaabbataa Mootummoota Gamtoomaniirratti hirmaannaan Ityoophiyaa milkaa’aa akka ture Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Dooktar…
Godinaalee shanitti lafti heektaarri kuma 618 misooma qamadii Arfaasaatiin uwwifameera-Pir.…
Finfinnee, Adoolessa 19, 2015 9FBC)-Bara oomishaa 2015, Godinaalee Booranaa, Boorana Bahaa, Gujii, Gujii Lixaafi Baale Bahaa keessatti lafa heektaara kuma 618 misooma qamadii Arfaasaatiin…
Baajanni 2016 Naannoo Afaar Birrii biiliyoona 11.9 ta’ee ragga’e
Finfinnee, Adoolessa 19, 2015 (FBC)- Baajanni bara 2016 naanno Afaar Birrii biliyoona 11.9 ta’ee ragga’e.
Manni Maree naannichaa yaa’ii idilee gaggeesseen baajataa fi karoora bara 2016…
Koorporeeshinichi Birri biiliyoona 2.6 walitti qabuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 19, 2015 (FBC)-Koorporeeshiniin Manneen Federaalaa bara baajatichaatti galii Birrii biiliyona 2.6 walitti qabuu beeksise.
Korporeeshinichi waltajjii gamaaggamaa…