Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tigraayitti hidhattoonni kuma 55 olii hawaasatti makaman
Finfinnee, Adoolessa 19, 2015 (FBC)- Naannoo Tigraayitti hidhattoonni kuma 55 oliif geggeessan taasifamuun hawaasatti makamaa jiraachuun ibsame.
Ittaanaan Pireezidaantii fi Hogganaan…
Dirree Dhawaatti indaastiriiwan afur eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 19, 2015 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaatti, indaastiriiwwan maanufaakchariingii Birrii miiliyoona 350’n ijaaraman afur eebbifamaniiru.
Indaastiriiwwan…
Misoomni qabeenya humna namaa daandii misooma waaraatti–Obbo Dammaqaa Mokonniin
Finfinnee, Adoolessa 19, 2015 (FBC)-Misoomni qabeenyaa humna namaa daandii misooma waaraatti geessuudha jedhan Itti Aanaan Muummee Ministira fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa…
Jilli Obbo Gabiramasqala Caalaa Jeneevaatti daawwannaa hojii taasisaa jira
Finfinnee, Adoolessa 19, 2015 (FBC)-Gareen jila Ministira Ministeeraa Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Gabiramasqal Caalaan durfamu Siwiizarlaandi Jeneevaatti daawannaa…
Manni barnootaa dhaabbata dhalootaa biyya dhaalu itti horannuudha-Pirof. Birhaanuu Naggaa
Finfinnee, Adoolessa 19, 2015 (FBC)- Manneen barnootaa dhaabbata dhaloota boru biyya dhaalu itti horannu waan ta’eef, garaagarummaa tokko malee waloon irratti hirmaachuu qabna jechuun…
Walitti bu’iinsaan naannawaa miidhaman deebisanii ijaaruuf baajatni Doolaaraa miiliyoona 60 ragga’e
Finfinnee, Adoolessa 19, 2015 (FBC)- Ityoophiyaatti sababa walitti bu’iinsaan Pirojektii naannawaa miidhaaman deebisanii ijaaruuf koreen hundaa’e bara baajataa 2016’tti walitti bu’iinsaan…
Ajaajni Kaabaa-Dhiha Raayyaa Ittisaa Biyyaa harka jira-F/M Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Adoolessa 19, 2015 (FBC)- Ajaajni Kaabaa-Dhiha, Raayyaa Ittisaa Biyyaa haala siyaasaa rakkisaa keessatti jijjiiramaan dhalate harka jira jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa…
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kennamuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 19 ,2015 (FBC)–Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kennamuu eegaleera.
Guyyaa har’a barattoonni Saayinsii Hawaasa qormataa biyyalessaa fudhachaa jiraachuu ragaan…
Giddugala gabaa Jigjigaarraa balaa ibiddaa ga’een qabeenyi Birrii biiliyoona 1.5 olii mancaa’uun…
Finfinnee, Adoolessa 19, 2015 (FBC)- Giddugala Gabaa Jigjigaarraa balaa ibiddaa ga’een qabeenyi Birrii biiliyoona 1.5 ol mancaa’uu Koreen Deeggarsaa fi Qabeenya Manca’e Addaa Baasu beeksise.…
Turtiin Dooktar Abiy Roomitti taasisan hojii dippiloomaasiin milkaa’inni kan itti argameedha…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Turtiin Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Roomitti taasisan
hojii dippilomaasiin milkaa'inni kan itti argame ta'uu Itti Gaafatamtuun…