Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Duula aduu tokkotti Biqiltuu Ashaaraa magariisaa miiliyoona 500 dhaabuun Ashaaraa…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad duula aduu tokkotti Biqiltuu Ashaaraa magariisaa miiliyoona 500 dhaabuun Ashaaraa isaanii kaa'aniiru.…
Duulli aduu tokkotti Biqiltuu Ashaaraa magariisaa miiliyoona 500 dhaabuu eegalame
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Duulli akka biyyaatti aduu tokkotti Biqiltuu Ashaaraa magariisaa miiliyoona 500 dhaabuu eegalameera.
Sagantaan kun har'a guutuu biyyaatti mata duree…
Kutaa magaalichaatti Duulli aduu tokkotti Biqiltuu Ashaaraa magariisaa miiliyoona 500 dhaabuu…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti Duulli akka biyyaatti aduu tokkotti Biqiltuu Ashaaraa magariisaa miiliyoona 500 dhaabuu eegalameera.
Sagantichi…
Pireezidaantonni naannolee ummanni duulaa biyyaalessaa borii irratti dammaqinaan akka hirmaatu…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)- Pireezidaantonni naannolee Ityoophiyaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabamuuf duulaa gaggeeffamurratti akka naannootti uummanni dammaqinaan…
Tigraayitti guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 3 dhabuuf qophiin taasifamuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)-Naannoo Tigraayitti guyyaa borii biqiltuu miiliyoona 3 dhaabuuf qophiin taasifamuu Hoggaanaan Biiroo Qonnaa fi Qabeenyaa Umammaa Bulchiinsa yeroo…
Godinaaleen Oromiyaa qophii xumuruu beeksisan
Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)-Godinaalee Naannoo Oromiyaa duulaa biyyaalessaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500’f dhaabuuf karoorfameerratti hirmaachuuf qophiilee barbaachisaa…
Ityoophiyaan ni dubbisti, daandileen ishees kitaabaan ni guutamu-MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)-Ityoophiyaan ni dubbisti; daandileen ishees kitaabaan ni guutamu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Kitaabileen hiriyaa bara jireenyaa…
Xaa’oo buufata Doonii Jibuutii ga’e gara biyyaatti hojiin geejjibsiisuu qindoominaan gaggeeffama…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)- Xaa’oo biyyee Buufata Doonii Jibuutii ga’ee gara biyya keessatti hojiin geejjibsiisuu saffisaan gaggeeffamaa jiraachuu Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi…
Injifannoo Ashaaraa Magariisaa dachaan daballee boruu keenya har’a ijaarra-BKO
Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)-Injifannoo Ashaaraa magariisaan gonfanne dachaan daballee boruu keenya har'a ijaarra jechuun Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse.
Biirichi duulaa…
Kaayyoon Keenya Galmee haaraa keenya galmeessuudha-MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)- Kaayyoo keenya galmee haaraa keenya galmeessuudha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dhimmi Ashaaraa Magariisa, dhimma Ityoophiyaa…