Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Warqinaa Gabayyoon “Badhaasa Milkeessitoota Afrikaa” Injifatan
Finfinnee, Adoolessa 8, 2015 (FBC)- Barreessaa olaanaan Dhabbaata Misooma Mootummoota Bahaa Afrikaa(IGAD) Dooktar Warqina Gabayyoon “Badhaasa Milkeessitoo Afrikaa’’ (African Achievers Award)…
Yuunivarsitiin Poolisii Ityoophiyaa leenjitoota barsiisa ture eebbise
Finfinnee, Adoolessa 8, 2015 (FBC)- Yuunivarsitiin Poolisii Ityoophiyaa leenjitoota gosa barnootaa garaagaraan leenjisisaa ture eebbisiise.
Sirna eebbicharratti Pireezidaanti FDRI…
Finfinneetti Birri miiliyoona 410 oliin kan ijaarame bakkeewwan shaakala ispoortii daa’immanii fi…
Finfinnee, Adoolessa 8 ,2015 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen bakkeewwan shaakala ispoortii daa’immanii fi dargaggootaa ammayyaa’aa 24 eebbisiisuun…
Aartisti Ibraahim Adam du’aan boqote
Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC)- Aartistiin Gameessi Ibraahim Aadam du'aan Addunyaa kanarraa boqate.
Aartisti Ibraahim, dhukubsatee wala’anamaa utuu jiruu kaleessa Adoolessa 6 bara…
Waltajjii gamaaggama raawwii hojii bara 2015 fi boqonnaa qophii bara 2016 gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC)- Waltajjiin gamaaggama raawwii hojii bara 2015 fi boqonnaa qophii bara 2016 Naannoo Oromiyaa guyyoota sadan darban gaggeeffamaa ture xumurameera.…
Aadde Adaanach Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Raashiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Raashiyaa Ivaginii Taarikiin waliin dhimmoota waloorratti…
Turtiin Dooktar Abiy Ahimad Ijiptitti taasisaan bu’aa qabeessa ture – Dooktar Laggasaa Tulluu
Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC) – Turtiin Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ijiptitti taasisaan bu’aa qabeessa turuu Ministirri Tajaajila Koominikeeshinii Mootummaa Dooktar…
Obbo Dammaqaan Ministiroota Alaa Afrikaa Kibbaa fi Chaad waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira tumsa Idil addunyaa Afrikaa Kibbaa Naaleedaa Paandoorii fi Ministira…
Yeroo jalqabaaf Harargee Bahaatti Saliixni lafa hektaara kuma 2 olirratti kilaastaraan misoomaa jira
Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC)- Bara kana yeroo jalqabaaf saliixni lafa hektaara kuma 2 fi 500 olirratti kilaastaraan misoomaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godina Harargee Bahaatti…
Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Moorookoo waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Alaa Moorookoo Naasir Booriitaa waliin mari’ataniiru.
Obbo…