Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Komishiniin Poolisii Oromiyaa Humna Addaa Poolisii Idileetti makaman eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Komishiniin Poolisii Oromiyaa Humna Addaa duraanii Poolisii Idileetti makaman leenjisaa ture eebbisiiseera.
Komishinichi Miseensota Humna Addaa…
Magaalaa Bahirdaaritti piroojektiin Bishaan dhugaatii jiraattoota kuma 147 tajaajilu eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Magaalaa Bahirdaaritti piroojektiin Bishaan dhugaatii qulqulluu Birrii miiliyoona 650 hojjetame eebbifameera.
Piroojektiin kun deeggarsa maallaqaa…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ijipti waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ijipti Abdulfattaahi Alsiisii waliin mari'ataniiru.
Dhimmoota hariiroo waloo fi…
Buraayyuutti balaa ibiddaa mudateen suuqiiwwan 13 barbadaa’an
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Buraayyuutti manneen daldalaarra balaa ibiddaa qaqqabe to’atameera.
Balichi manneen tajaajila daldalaa…
Finfinneetti manneen barnootaa sadarkaa gadi ta’an 12 cufaman
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC)- Manneen barnootaa sadarkaa gadii ta’an 12 irratti tarkaanfii fudhachuu Abbaan Taayitaa To’annoo Qulqullinaa Leenjii fi Barnootaa Magaalaa Finfinnee…
Giddugalli misooma beeyladaa qonnaaan bultoota Finfinnee eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC)- Giddugalli misooma beeyladaa qonnaaan bultootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinne eebbifame.
Giddugalichi qonnaan bultoota misoomaaf kaafaman utuubuuf…
Obbo Dammaqaan mooraa Embaasii Ityoophiyaa Keeniyaatti argamu keessa biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin mooraa Embaasii Ityoophiyaa Keeniyaatti argamu keessa biqiltuu Ashaaraa…
Hoggantoonni Poolisii Federaalaa fi magaalaa Finfinnee haala nageenyaa fi tasgabbiirratti…
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Hoggantoonni Poolisii Federaalaa fi magaalaa Finfinnee haala nageenyaa fi tasgabbiirratti qooda fudhattoota waliin mari'ataniiru.
Poolisii…
Sagantaan Ashaaraa magariisaa kan dinqisiifamuu fi hojii caalmaaf kan kakasuudha – Ergamtuu…
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Sagantaan Ashaaraa magariisaa Ityoophiyaan gaggeessaa jirtu kan dinqisiifamuu fi hojii caalmaaf kan kakasu ta'uu Ergamtuun Addaa Hojiirra Oolmaa…
Xaa’oon karaa seeran alaa kuufamee ture to’atame
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Magaalaa Holataatti Xaa'oon karaa seeran alaa daddabarfamaa ture to'atamuu ibsameera.
Qonnaan bultoonni xaa'oo argachuuf rakkachaa jiraachuu…