Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaan gita isaanii Kaameeruun waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Dhimma Alaa Kaameeruun Leejeeyuun Mibeellaa waliin dhimmoota…
Adoolessa 10, 2015 lammiin Ityoophiyaa kamuu mana hin oolu – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Adoolessa 10, 2015 lammiin Ityoophiyaa kamuu hanga Aduun baate dhiittuutti mana ooluu akka hinqabne Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oromiyaatti Aduu tokkotti biqiltuun miiliyoonni 481 lafa hektaara 367 irra ni dhaabbata
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Oromiyaatti Adoolessa 10, 2015 Aduu tokkotti biqiltuun miiliyoonni 481 lafa hektaara 367 irra kan dhaabbatu ta’uu Biiroon Qonnaa naannichaa ibseera.…
Baankiin Shabalee daldaltoota qabeenya isaanii balaa Ibiddaan dhabaniif deeggarsa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Baankiin Shabalee daldaltoota Magaalaa Jigjigaatti qabeenya isaanii balaa Ibiddaan dhabaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 20 taasiiseera.…
Naannoo Gaambeellaatti Aduu tokkotti biqiltuun miiliyoonni 3 ni dhaabamuu –Obbo Umood Ujuluu
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) –Naannoo Gaambeellatti Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 3 dhaabuuf qophiin xumuramuu Pireezidaantii Naannoo Gaambeellaa Obbo Umood Ujuluun ibsaniiru.…
Obbo Dammaqaan Keeniyaa galan
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) –Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin walga’ii Mana Maree Hojii Raawwaachiftuu Gamtaa Afrikaarratti…
Naannoo Amaaraatti Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 260 dhaabuuf haal dureen xumurame
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Naannoo Amaaraatti Adoolessa 10, 2015 Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 260 dhaabuuf haal dureen xumuramuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise.
Guyyaa…
Waltajjiin Gamaaggama raawwii hojii bara 2015 fi qophii karoora bara 2016 mootummaa fi paartii…
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Waltajjiin gamaaggama raawwii hojii bara 2015 fi qophii karoora bara 2016 mootummaa fi paartii naannoo Oromiyaa Adaamatti gaggeeffamaa jira.
Hooggansi…
Mirga Lammiilee Ityoophiyaa Yoordaanositti hojiirratti bobba’an kabachiisuuf waliigalteen…
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Mirga fi faayidaa Lammiilee Ityoophiyaa Yoordaanositti hojiirratti bobba’an kabachiisuuf waliigalteen mallattaa’eera.
Mirga fi faayidaa Lammiilee…
Finfinneetti Heeyyamni Ejansiiwwan Hojjetaa fi hojjechiisaa walqunnamsiisaan 109 haqame
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Heeyyamni Ejansiiwwan Hojjetaa fi hojjechiisaa walitti fidan109 haqamuu Biiroon Hojii Interpiraayizii fi Indaastirii magaalichaa…