Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoon Sidaamaa Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 25 dhaabuuf qophaa’uu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Naannoon Sidaamaa Adoolessa 10, 2015 Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 25 dhaabuuf qophaa’uu Biiroo Qonnaa naannichaa beeksiseera.
Naannichatti bara…
Harar miseensa Magaaloota Hambaalee Addunyaa ta’uun galmoofte
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Magaalaan Harar magaaloota biyyoota Saahaaraa gadii jiran keessaa miseensa Magaaloota Hambaalee Addunyaa jalqbaa ta’uun galmoofteerti.
Pireezidaantiin…
Obbo Dammaqaan tumsi gamhedduu Ityoo – Ameerikaa bifa guutuu ta’een hojiirra akka oolu…
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin tumsi gamhedduu Ityoo - Ameerikaa bifa guutuu ta'een hojiirra akka oolu…
Komishinar Dabalee Qaabataan badhaasa “Komishinaraa Gumurukaa Filatamaa” argatan
Finfinnee, Adoolessa 4, 2015 (FBC)- Komishinarri Koomishinii Gumurukaa Ityoophiyaa Dabalee Qaabataan badhaasa “Komishinaraa Gumurukaa Filatamaa” argataniiru.
Teessoon isaa Laandan kan…
Rakkoo madda humnaa Gibee 3ffaa mudateen humni elektirikii addaan cituun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 4, 2015 (FBC)-Madda Humna Elektirikii Gibee 3ffaa rakkoo mudaterraan kan ka’e kutaalee biyyatti hedduutti humni elektirikii addaan cituu Humni Eletktirikii Ityoophiyaa…
Caffeen mirga himatamuu Dhabuu Obbo Toleeraa Raggaasaa Cawwaaqaa kaase
Finfinnee, Adoolessa 4, 2015 (FBC)- Caffeen Naannoo Oromiyaa miseensaa Caffee Oromiyaa kan ta’aanii fi yakkaa ajjeechaan shakkaman mirga himatamuu dhabuu Obbo Toleeraa Raggaasaa Cawwaqqaa…
Muudamni abbootii seeraa 53 ragga’e
Finfinnee, Adoolessa 4, 2015 (FBC)- Caffeen Oromiyaa muudama abbootii seeraa 53 raggaasise.
Manni Murti Waliigalaa Oromiyaa jijjiirraa fi ramaddii haaraan abbaa seerummaa hojjetamu akkuma…
Caffeen baajata dabalataa 2015 Birrii biiliyoona 13.7 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 4, 2015 (FBC)- Caffeen Wiixee labsii baajata dabalataa bara 2015 Birrii biliyoona 13.7 raggaasise.
Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 5ffaa guyyaa 2ffaaf gaggeessaa…
Ityoophiyaan humna haareffamaa irratti misooma gaggeessitu Jarman ni deeggarti- Janiifar Lii Morgaan
Finfinnee, Adoolessa 4, 2015 (FBC)-Ityoophiyaan sodaa jijjiiramaa qabeenya qilleensaa dhaabuu fi diinagdee magariisaa ijaaruuf misoomaa humna haareffamaa gaggeessitu Jarman deeggaruuf qophii…
Raayyaan dirqama raawwachuuf qophaa’ummaa fooyya’aarratti argama-F/M Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Adoolessa 4, 2015 (FBC)- Raayyaan Ittisaa Biyyaa dirqama isaa raawwachuuf yeroo kamuu caalaa qophaa’ummaa fi ga’umsa fooyya’aarratti argama jechuun Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa…