Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaantiin Gaanaa hariiroo Ityoophiyaa fi Gaanaa caalmaan guddisuuf murannoo qabachuu ibsan
Finfinnee, Adoolessa 4 ,2015 (FBC)- Pireezidaantiin Gaanaa Naanaa Adoo Daankuwaa Akuufoo Adoon hariiroo Ityoophiyaa fi Gaanaa caalmaatti guddisuuf murannoo qabachuu fi qophii ta’uu isaanii…
Ityoophiyaan fayyadamummaa ‘AGOA’ akka haaressitu gaafatame
Finfinnee, Adoolessa 4 ,2015 (FBC)- Ityoophiyaan carraa fayyadamummaa AGOA akka haaressitu Waldaan Uffannaalee Ameerikaa gaafate.
Guddina Afrikaa saffisiisuuf fayyadamummaa Carraa 'AGOA'…
Yaa’ii idilee 5ffaa Caffee Guyyaa 2ffaaf gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 04, 2015 (FBC)- Yaa'ii idilee 5ffaa waggaa 2ffaa bara hojii Caffee 6ffaa oolmaa Guyyaa 2ffaan gaggeeffamuu eegaleera.
Guyyaa har’aa yaa’ichi gabaasaa Mana Murtii…
Kabajni waggaa Ajaja Giddugala Dalool gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 04, 2015 (FBC)- Kabajni waggaa fi Sirni beekamtii Ajaja Giddugala Dalool gaggeeffamaa jira.
Sagantaa kanarratti Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa…
Piroofeesar Birihaanuun Yuunivarsiitii Jimmaatti adeemsa kenniinsa qormaata ba’umsaa daawwatan
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birihaanuu Naggaan Yuunivarsiitii Jimmaatti adeemsa kenniinsa qormaata ba'umsaa barattoota bara kana…
Waldaan Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa godaantoota kuma 75 ol keessummeessaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) – Waldaan Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa godaantoota Sudaanii buqqa'an kuma 75 ol keessummeessaa jiraachuu beeksiseera.
Bulchiinsi Federeeshinii Waldaa…
Ityoophiyaatti giddu gala tumsa seera kabachiisuu Ityoo Chaayinaa hundeessuuf waliigalame
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) – Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa'eel jila Itti Aanaa Ministira Nageenya Ummataa Chaayinaa Cheen Siyuu'aaniin…
Dhaabbilee Fayyaa deebisanii ijaaruuf kan oolu Doolaarri miiliyoonni 31.5 deeggarsi taasifame
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa Dhaabbilee Fayyaa sababa waraanaan miidhaman deebisanii ijaaruuf kan oolu Doolaara miiliyoona 31.5 deeggarsa taasiseera.…
Shakkamtoonni meeshalee konkolaataa hatame gurguraa turan to’ataman
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) – Shakkamtoonni Suuqii kireeffachuun meeshalee konkolaataa hatame bituun gurguraa turan 4 to'atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise.
Shakkamtoonni…
Baatiiwwan ja’aaf gatii kiraa manaa dabaluunis, kireeffataa baasuunis hindanda’amu-B/M/Finfinnee
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC)- Baatiiwwan ja’an dhufaniif gatii kiraa manaa dabaluunis ta’e kireeffataa baasuunis akka hindanda’ame Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee beeksise.
Kaabineen…