Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiirra oolmaan waraqaa eenyummaa dijitaalawaa damee faayinaansi cimaa ijaaruuf gargaara jedhame
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC)- Hojiiraa olmaan Waraqaa Eenyummaa dijitaalawaa Biyyalesaa maallaqa waliin dhahuu hir’isuuf, waliingahiinsa tajaajila faayinaansii dabaluu fi eenyumaa…
Baankiin Oromiyaa yeroo 2ffaaf badhaasa Olaanaa Diyaamandii Idil Addunyaa 2023 argate
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC)- Baankiin Oromiyaa walitti aansuun yeroo 2ffaaf badhaasa qulqullina tajaajila olaanaa Diyaamandii Idil Addunyaa bara 2023 badhaafameera.
Dhaabbanni…
Humnoonni Sudaan haalduree tokko malee waliigaltee dhukaasa dhaabuu akka taasisan IGAD gaafate
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC)- Humnoonni Sudaan walitti bu’iinsa furuuf haalduree tokko malee Waliigaltee Dhukaasa Dhaabuu akka taasiisan Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa…
Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 ni dhaabna!!! – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) – Adoolessa 10, 2015 Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 ni dhaabna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Bu’aan Ashaaraa Magariisaa…
Magalattiitti rakkoolee waggoottaniif kuufaman furuun walta’iinsa cimaa gaafata-Aadde Adaanech
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC)- Hojiileen hojjetaman hedduu fi fageenyi deemame dheeraa ta’us, Magaalaa Finfinneetti waggoottaniif rakkoolee kuufaman furuun, tattaaffii fi walta’iinsa…
Hanga Adoolessa 23tti xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 3 dabalataan alarraa akka geejjibsiifamu eegama
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC)- Hanga Adoolessa 23, 2015’tti xaa’oon kuntaalli miiliyoona 3 fi kuma 685 ol dabalataan biyya alaarraa akka geejjibsiifamu Koorporeeshiniin Hojiilee Qonnaa…
N/Oromiyaa Mana barnootaa ifa boruu naannolee 5’tti ijaaruun hariiroo gaarii uumeera jedhame
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC)- Obbolummaa Oromoo fi naannolee ollaa cimsuuf Mootummaan Naannoo Oromiyaa manneen barnootaa ifa boruu naannolee shan keessatti akka ijaaraman taasisuun,…
Naannichatti Carraan hojii lammiilee 2.3’f uumameera
Finfinnee, Adoolesaa 3, 2015(FBC)-Naannoo Oromiyaatti Carraa hojii lammiilee miiliyoona 2.3’f uumuun akka danda;amee Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan dubbatan.…
Bu’aan yakka malaammaltummaa Birrii biiliyoona 2.6 dhorkisiifameera-Pir. Shimallis
Finfinneen, Adoolessa 3, 2015 (FBC)- Hojiilee gochaalee malaanmaltummaa hojjetamaniin qabeenyi bu’aalee gochaa malaanmaltummaa ta’an Birrii biiliyoona 2.6 dhorkamuu Pireezidaantiin Naannoo…
Hirmaattoonni Yaa’ii arfee hoggantootaa IGAD walitti bu’iinsa Sudaan hiikuuf hundeesse biqiltuu…
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) –Yaa’ii arfee hoggantootaa Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa walitti bu’iinsa Sudaan hiikuuf hundeesse Biqiltuu sagantaa Ashaaraa magariisaa…