Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii arfee hoggantootaa IGAD walitti bu’iinsa Sudaan hiikuuf hundeesse…
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii arfee hoggantootaa Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa walitti bu’iinsa Sudaan hiikuuf…
Humnoota Sudaan walmari’achiisuuf dureewwan Finfinnee galan
Finfinneen, Adoolessa 3, 2015 (FBC)-Walitti bu’iinsa Sudaan furuuf humnoota walwaraanaa jiran jaarsummaa taa'uuf dureewwan biyyoota garaagaraa kaleessa galgala Finfinnee galaniiru.
Marii…
Oromiyaatti sagantaa Ashaaraa magaariisan hanga ammatti biqliltuwwaan biiliyoonni 2.6 ol dhaabbatan…
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) – Oromiyaatti bara kana sagantaa Ashaaraa magaariisan Biqiltuu Biiliyoona 4.9 dhaabuuf karoorfame keessaa hanga ammatti biqliltuwwaan biiliyoonni 2.6 ol…
Qonna Gannaa bara 2015/16’n lafa heektaara miiliyoona 8. 2 misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 265…
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimmallis Abdiisaan gabaasa raawwii hojii caffeef dhiyeessaa jiru.
Qonna Gannaa bara…
Finfinneetti balaa Ibiddaa mudateen lubbuun namoota 2 darbe
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti balaa Ibiddaa Hoteela tokko mudateen lubbuun Imaltoota 2 darbuu ibsameera.
Kutaa Magaalaa Eekkaa aanaa 9 naannawaa Buufata…
Pireezidaanti Shimallis ummanni sagantaa Ashaaraa magariisaan guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Bulchiinsa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ummanni sagantaa Ashaaraa magariisaan guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 481…
Magaalichatti Manneen barnoota bu’uura Boruu fi Manneen barnoota moodelaa 72 ijaaruuf hojiin…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2015 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Shaggar ganna kana Uummataa fi dureeyyii hirmaachisuudhaan manneen barnoota moodelaa fi bu’uura boruu ijaaruuf kutaa Magaalaa Galaan…
Carraa uumtoota xixiqqaarraa gara giddu galeessatti guddatan 377 beekkamtiin laatame
Finfinnee, Adoolessa 2, 2015 (FBC) – Carraa uumtoota xixiqqaarraa gara giddu galeessatti guddatan 377 fi ogeeyyii kenniinsa tajaajila giddu gala tokkoo 60 beekkamtiin laatameera.…
Manni Maree Magaalaa Finfinnee wixinee baajata bara 2016 dhiyaate raggasise
Finfinnee, Adoolessa 2, 2015 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Finfinnee Yaa'ii Idilee 4ffaa bara hojii 2ffaa gaggeesseen wixinee baajata bara 2016 Birrii biiliyoona 140.29 ta'uun dhiyaate…
Yaa’iin idilee Caffee Oromiyaa 5ffaa waggaa 2ffaa bara hojii Caffee 6ffaan boru eegala
Finfinnee, Adoolessa 2, 2015 (FBC) – Yaa'iin idilee Caffee Oromiyaa 5ffaa waggaa 2ffaa bara hojii Caffee 6ffaan boruu eegalee Adaamaatti kan gaggeeffamu ta'uu Caffeen Oromiyaa beeksise.…