Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin idilee Caffee Oromiyaa 5ffaa waggaa 2ffaa bara hojii Caffee 6ffaan boru eegala
Finfinnee, Adoolessa 2, 2015 (FBC) – Yaa'iin idilee Caffee Oromiyaa 5ffaa waggaa 2ffaa bara hojii Caffee 6ffaan boruu eegalee Adaamaatti kan gaggeeffamu ta'uu Caffeen Oromiyaa beeksise.…
Magaalaa Jigjigaatti tajaajilli tola ooltummaa dargaggootaa eegalame
Finfinnee, Adoolessa 2, 2015 (FBC) – Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti tajaajilli tola ooltummaa dargaggootaa waqtii gannaa eegalameera.
Tajaajilichi bakka Ministirri Ministeera…
Balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 8 darbe
Finfinnee, Adoolessa 2, 2015 (FBC) – Godina Geedi'oo aanaa Yirgaa Caffeetti Balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 8 darbuu ibsame.
Konkolaataan qaxxaamura biyyaa Magaalaa Yaaballoo…
Oromiyaatti biqiltuu guyyaa tokkotti Ashaaraa Magariisaa biqiltuu miiliyoona 481 dhaabuuf qophiin…
Oromiyaatti biqiltuu guyyaa tokkotti Ashaaraa Magariisaa biqiltuu miiliyoona 481 dhaabuuf qophiin xumurame
Finfinnee, Adoolessa 2, 2015 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti guyyaa tokkotti biqiltuu…
Pirojektoonni bishaan dhugaatii kuma 9 ol xumuramuun tajaajilaaf oolan- Biiroo Bishaanii fi Inarjii…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2015 (FBC) –Biiroo Bishaani fi Inarjii Oromiyaa bara baajataa 2015'tti pirojektoonni bishaan dhugaatii kuma 9 fi 99 xumuramuun tajaajilaaf ooluu beeksiseera.…
Obbo Ordiin Badiriin diyaaspoorawwan naannoo Hararii waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 2 , 2015 (FBC) –Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin diyaaspoorawwan naannichaa Kaanaadaa magaalaa Tooroontootti argaman waliin mari'ataniiru.…
Carraan hojii uumuu dhimma Ityoophiyaa qofa osoo hin taane kan Afrikaanoota hundaati – Aadde…
Finfinnee, Adoolessa 2 , 2015 (FBC) – Carraan hojii uumuu dhimma Ityoophiyaa qofa osoo hin taane dhimma Afrikaanoota hundaa ta'uu Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa dhaabbata Oomisha Xiyyaaraa Ingiliz waliin waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Adoolessa 2 , 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa dhaabbata Oomisha Xiyyaaraa Ingiliz Roolis Rooyis jedhamu waliin waliigaltee mallatteesseera.
Waliigaltichi Daandiin…
Kibba Lixa Ityoophiyaatti sosochiin fooyya’iinsa manneen barnoota eegale
Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Naannoo Ummatootaa Kibba-Lixa Ityoophiyaatti sosochiin bu’uuraalee misoomaa manneen barnootaa fooyyessu Godina Shakkaa Magaalaa Teeppiitti…
Dargaggoonni Dirree Dhawaa hojiilee rakkolee hawaas-diinagdee lammiilee salphisanirratti akka…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Dargaggoonni Dirree Dhawaa baatiiwwan Gannaatti hojiilee rakkoolee hawaas-diinagdee lammiilee salphisan irratti akka hirmaatan Ittaanaan Kantiibaa…