Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiile qaala’iinsa jireenyaa dandamachiisan xiyyeeffannaan hojjenna-Aadde Adaanech
Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Hojiilee ummanni qaala’iinsa jireenyaa akka dandamatu taasisanii xiyyeeffannaa kennuun kan hojjetamu ta’uu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde…
Dooktar Abiy guyyaa tokkotti Biqiltuu Miiliyoona 500 dhaabuuf waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Adoolessaa 10, 2015 “Guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuun seenaa haa hojjennuu” jechuun waamicha…
Hararii fi Kibbatti sosochiin fooyyessa bu’uuraalee misoomaa manneen barnootaa eegale
Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Naannolee Hararii fi Kibbaatti sosochiin fooyyessa bu’uuraalee misoomaa manneen barnootaa eegaleera.
Naannoo Kibbaatti Ministirri Ministeera Barnootaa…
Ityoophiyaan dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf taasiftuuf Raashiyaan deeggarsa ni…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan tattaaffii dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf taasiftuu Raashiyaan deeggarsa akka taasiftu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri…
Saaxilamummaa jijjiirama qilleensaa hir’isuuf “Inisheetiivii Ashaaraa Magariisaan” hojiilee hedduun…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Saaxilamummaa jijjiirama qilleensaa hir’isuu fi sagantaa galmoota misooma waaraa milkeessuuf “Inisheetiivii Ashaaraa Magariisaan” hojiilee hedduun…
Teeknooloojiwwan fayyaa haaraa fi imala fayyaa Ityoophiyaan jijjiramaa qabatamaan jiru…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Teeknooloojiwwan fayyaa haaraa fi imala fayyaa Ityoophiyaa qoricha aadaarraa gara artifiishaal intalajansiitti taasifamuun jijjiirama qabatamaan jiru…
Dhaabbilee “Maaddiin Dhalootaaf” deeggarsa taasisan marsaa 16ffaan ifooman
Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Waamicha Pirojektii “Maadiin Dhalootaaf” taasifame simachuun dhaabbilee fi namoota dhuunfaa deeggarsa taasisaan marsaa 16ffaaf Waajjirri Muummee Ministira…
Balaa ibiddaa Jigjigaatti mudateen suuqiiwwan 900 ol barbada’an
Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Naannnoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti balaa ibiddaa halkan edaa mudateen qabeenyarraa miidhaan qaqqabuun ibsame.
Magaalichatti giddugalaa gabaa…
Obbo Dastaa Leeddaamoon tajaajila tola ooltummaa Gannaa naannichaa eegalchiisan
Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leedaamoon tajaajila tola ooltummaa Gannaa naannichaa Magaalaa Yirgaalamitti manneen maanguddootaa haaromsuun…
Manni Maree Finfinnee yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 4ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 4ffaa fi xumuura bara bajataa gaggeessaa jira.
Manni marichaa yaa’ii guyyoota…