Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Arsii Lixaatti Pirojektoonni Birrii biiliyoona 2.5 oliin hojjetaman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)-Godina Arsii Lixaatti Pirojektoonni kuma 1 fi 545 Birrii biiliyoona 2.5 oliin hojjetaman eebbifamaniiru.
Jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii…
Sochooftota kuma 12’f furtuu bakka hojii kenname
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)-Intarpiraayizoota kuma 2 fi 389 gurmaa’aan sochooftota kuma 12’f furtuun bakka hojii kennameera.
Saganticharratti Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa…
Uwwifni tumsa Kibbaa fi Kibbaa akka cimu biyyoonni qindoominaan hojjechuun mul’ata waloo milkeessuu…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2015 (FBC) – Uwwifni tumsa Kibbaa fi Kibbaa akka cimu biyyoonni miseensa ta'an qindoominaan hojjechuun mul’ata waloo milkeessuu qabu jedhameera.
Pireezidaantiin…
Godina Gujii Lixaatti Piroojektoonni 237 birrii biiliyoona 1.5tti hiiquun hojjetaman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2015 (FBC) – Jilli Itti Gaafatamaa Ijaarsa siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Namarraa Buliin durfamu Godina Gujii Lixaa Aanaalee Qarcaa fi Birbirsa…
Godina Shawaa Kibba Lixaatti pirojektoonni 304 Birrii biiliyoona 1.1n hojjatamaa turan xumuramuun…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2015 (FBC) – Godina Shawaa Kibba Lixaatti pirojektoonni 304 Birrii biiliyoona 1.1n hojjatamaa turan xumuramuun eebbifamaa jiraachuu ibsameera.
Jilli Paartii…
Qormaanni ba’umsaa barattoota digirii jalqabaan eebbifamanii Adoolessa 3, 2015 eegalee ni…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2015 (FBC) – Qormaanni ba'umsaa barattoota digirii jalqabaan eebbifamanii Adoolessa 3 - 8, 2015tti kan laatamu ta'uu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Adoolessa…
Kabanji Ayyaana Iid Al Adahaan nagaan xumurame – Humna Waloo Nageenyaa
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2015 (FBC) – Kabajni Ayyaana Iid Al Adahaa waggaa 1444ffaan nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa fi Tikaa beeksise.
Sirni solaataa iddoolee garaagaraatti…
Ayyaanni Iid Al Adahaan waggaa 1444ffaa magaalaa Maqaleetti kabajame
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2015 (FBC) –Ayyaanni Iid Al Adahaa waggaa 1444ffaan naannoo Tigraay Magaalaa Maqaleetti sagantaalee garaagaraan kabajameera.
Sirnichi bakka Pireezidaantiin…
Ayyaannni Iid Al Adahaan waggaa 1444ffaa magaalaa Kamiseetti kabajame
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2015 (FBC) –Ayyaanni Iid Al Adahaa waggaa 1444ffaan Magaalaa Kamiseetti sagantaalee garaagaraan kabajameera.
Sirnichi bakka abbootiin amantaa, hoggantoonnii fi…
Ayyaanni Iid Al Adahaan magaalaa Asallaatti kabajame
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2015 (FBC) –Ayyaanni Iid Al Adahaa waggaa 1444ffaan magaalaa Asallaatti Sagantaalee garaagaraan kabajameera.
Sirnichi bakka abbootiin amantaa, hoggantoonnii fi…