Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Iid Al Adahaan magaalaa Hawaasaa, Jiinkaa fi Aarbaa Mincitti kabajame
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2015 (FBC) –Ayyaanni Iid Al Adahaa waggaa 1444ffaan magaalaa Hawaasaa, Jiinkaa fi Aarbaa Mincitti sagantaalee garaagaraan kabajameera.
Sirnichi bakka abbootiin…
Ayyaanni Iid Al Adahaan magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2015 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Adahaa waggaa 1444ffaan magaalaa Finfinneetti Sirna Solaataan kabajamaa jira.
Hawaasni Misliimaa hedduun sirna solaataa kanarratti…
Ayyaanni Iid Al Adahaan magaalaa Dirre Dhawaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2015 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Adahaa waggaa 1444ffaan magaalaa Dirre Dhawaatti kabajamaa jira.
Kantibaa magaalaa Dirre Dhawaa Obbo Kadir Jawaar Dabalatee…
Ayyaanni Iid Al Adahaan magaalaa Jimmaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2015 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Adahaa waggaa 1444ffaan magaalaa Jimmaatti kabajamaa jira.
Ayyaanichi Paarkii Awweetuutti kabajamuu eegaleera.
Haawaasni muslimaa…
Humni Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessa Ayyaanni Arafaa nagaan akka kabajamu qophii gahaa taasisuu…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Humni Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessa Ayyaanni Iidal Adahaa (Arafaa) nagaan akka kabajamu qophii gahaa taasisuun hojii nageenya kabachiisuu…
Ayyaana Arafaa Boru kabajamuuf daandileen cufaman ifooman
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Ayyaana Arafaa guyyaa borii kabajamuu sababeeffachuun Sirnaa Ayyaanichaa gaggeeffamee hanga xumuramurtti daandilee sochii tiraafikaaf cufaa ta’an…
Obbo Fiqaadu Tasammaan Ayyaana Arafaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan, hordoftoonni Amantaa Islaamaa hundaan Ayyaana Iidal Adahaa waggaa…
Pireezidaanti Shimallis Ayyaana Iidal Adahaa ilaalchisuun ergaa dabarsan
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan hordoftoota Amantaa Islaamaan baga Ayyaana Iid Al Adahaa Waggaa 1444ffaa Nagaan Geessan…
Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan Ayyaana Iida Adahaa waggaa 1444ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Guutuun…
MM Abiy Ahimad ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Iidal Adahaa boru kabajamu ilaalchisee ergaa bagaa ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Iidal Adahan ayyaana…