Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ayyaana Iidal Adahaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Hordoftoota Amantaa…
Pireezidaantoonni naannolee ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Pireezidaantoonni naannolee Ayyaana Iidal Adahaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Pireezidaantiin naannoo Beenishaanguul Gumuz…
Dooktar Girmaa Amanteen jila bizinasii Naayijeeriyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen jila Bizinasii Naayijeeriyaa Pireezidaantii Duraanii Naayijeeriyaa Oliseengoo Obasaanjoon durfamuu…
Mootummaan gaaffilee dhiyeessa Xaa’oo biyyoo deebisuuf bittaa xaa’oo Meetirk Toonii miiliyoona 1.2…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Mootummaan gaaffilee dhiyeessa Xaa’oo biyyoo deebisuuf bittaa xaa’oo Meetirk Toonii miiliyoona 1.2 raawwachuu Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa…
Obbo Dammaqaan wixineewwan Dhaabbanni Walta’iinsa Barnootaa Idil Addunyaa kaa’e dhugoomsuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Walta’iinsa Barnootaa Idil Addunyaa wixineewwan kaa’e dhugoomsuuf Ityoophiyaan kutannoo qabaachuu Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…
Dhaloota cimaa ijaaruu itti fufna – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti daa'imman qaamaa fi sammuun dagaaganii akka guddatan cimnee hojjechuu itti fufna jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde…
Jilli Obbo Geetuun durfamu facaasaa kilaastera Qamadii eegalchiise
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Jilli Hoogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu, Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada'aatti facaasaa kilaastara Qamadii eegalchiiseera.…
Obbo Ordiin Baadriin Ayyaana Iidal Adahaa sababeffachuun maddii qoodan
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Baadriin Ayyaana Iidal Adahaa sababeeffachuun manguddootaa fi miidhamatoota qaamaaf maddii qoodaniiru.…
Hawaasni Musliimaa Ayyaana Iidal Adahaa lammiileef deeggarsa taasisuun akka dabarsu waamicha…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Finfinnee hawaasni Musliimaa Ayyaana Iidal Adahaa lammiilee deeggarsa barbaadaniif deeggarsa…
Aanaa Saqqaa Coqorsaatti pirojaktiin bishaanii dhugaatii Birrii miiliyoona 93n ijaarame eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Godina Jimmaa Aanaa Saqqaa Coqorsaatti pirojaktiin bishaanii dhugaatii Birrii miiliyoona 93’n ijaarame eebbifameera.
Pirojaktichi waggaa 2’n dura…